Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhiiga arjoomuun cimee itti fufuu akka qabu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Tattaaffii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu cinaatti dhiiga arjoomuun cimee itti fufuu akka qabu waamichi dhiyaate.
Tattaaffii…
MM FDRI Dooktar Abiy Hawaasatti sagantaa ashaaraa magariisaa jalqabsiisan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa magaalaa Hawaasaatti jalqabsiisan.
Dooktar Abiy…
Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Birrii miiliyoona 51 deeggarsa taasisan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf Birrii miiliyoona 51 deeggarsa taasisan.
Deeggarsichi mindaa…
Sagantaan ashaaraa magariisaa naannoo Oromiyaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Sagantaan ashaaraa magariisaa naannoo Oromiyaa godina shawaa Kibba Lixaa aanaa Wanciitti eegalame.
Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obboo…
Guyyaan Ashaaraa magariisaa of eeggannoo cimaan ni gaggeeffama – Obbo Nigusuu Xilahuun
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa Ashaaraa magariisaa of eeggannoo cimaan kan gaggeeffamu ta’uu itti gaafatamaan Seekreetaariyaat Preesii Waajjira…
Weerara vaayrasii koroonaarraa of eeggachaa mallattoo ashaaraa magariisaa yaa keenyu- MM FDRI Abiy…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Guyyaan ashaaraa magariisaa guutuu biyyaatti eegalameera.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa ashaaraa magariisaa ilaalchisuun ergaa…
Guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaatif torbee itti aanu hojiin ciraa lafa heektaara kuma 1 ni…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaatif torbee itti aanu hojiin ciraa lafa heektaara kuma 1 ni eegalama.
Preezdaantiin mootummaa naannoo Beenishaanguul…
Miidhaa vaayrasiin koroonaa qaqqabsiisurraa of eeguun barbaachisaadha- Kaardinaal Birihaana Iyyasuus
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Miidhaa vaayrasiin koroonaa qaqqabsiisurraa of eeguun barbaachisaa ta'uu Kaardinaalli Kaatoliikii Ityoophiyaa Qulqulluu Birihaana Iyyasuus dhaaman.…
Ijaarsi tarminaala konkolaattota daangaa qaxxaamuranii eegalame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Ijaarsi tarminaala konkolaattota daangaa qaxxaamuranii eegalamuu Ministeerri Geejibaa FDRI beeksise.
Ijaarsichis weerara vaayrasii koroonaa…
Oomisha kuufamee jirutti fayyadamuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Oomisha kuufamee jiru gabaa idil addunyaatif dhiyeessuun fayyadamuun akka barbaachisu eerame.
Weerarri vaayrasii koroonaa ariitidhaan…