Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Walqixxee barattootta kuma 2 fi 472 eebbisise
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Yuunvarsiitiin Walqixxee muummeewwan garaagaraatin barattootaa barsiisaa ture kuma 2 fi 472 eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarratti itti aanaan…
Yuunvarsiitiiwwan naannoo Tigraayitti argamanitti barnoota itti fufsisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiiwwan naannoo Tigraayitti argamanitti barnoota itti fufsisuuf hojiiwwan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota…
Kutaa magaalaa Lidataatti iddoon tursiisa taabootaa dirree Machaaree qulqulleeffame
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lidataatti iddoon tursiisa taabootaa dirree Machaaree qulqulleeffameera.
Duula qulqulliinaa kana irratti abbootiin…
Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuu Afrikaatti itti aanaa Daayreektara qajeelcha ministeera dhimma alaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamaayyahu Taganuu Afrikaatti itti aanaa Daayreektara qajeelcha Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Toodoo Joorji…
Mootummaan oomishtummaa horsiisee bulaa guddisuuf deeggarsa taasiisu cimsee kan itti fufu…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Mootummaan oomishtummaa horsiisee bulaa guddisuuf deeggarsa taasiisu kallattii hundaan cimsee kan itti fufu ta'uu himameera.
Horsiisee bultoonni galii…
Jilli obbo Umar Huseeniin durfamu Jibuutii gale
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) -Jilli Ministira Ministeera Qonnaa obbo Umar Huseeniin durfamu daawwaannaa hojii guyyoota sadiif galgala kana Jibuutii galeera.
Obbo Umar gitaa isaanii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 404 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 404 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 15 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Obbo Sibhaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee ABUT 20 yakkaan shakkaman mana murtiitti…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC ) - Obbo Sibhaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee ABUT 20 yakkaan shakkaman mana murtiitti dhiyaataniiru.
Guyyaa har’aa hooggantoota olaanoo garee ABUT…
Godina Matakkalitti hidhattoota lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaanirratti tarkaanfii…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC ) - Godina Matakkalitti hidhattoota lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaanirratti tarkaanfii fudhatameen hedduun ajjeeffamuu koreen mootummaa federaalaan…
Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa miseensa paarlaamaa Awurooppaa Kiriissoolaa Zachaaroopaaluu waliin…
Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa miseensa paarlaamaa Awurooppaa Kiriissoolaa Zachaaroopaaluu waliin marii’atan.
Beeljiyaam, Luuksambaargii fi…