Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti dabalataan namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 87 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa…
Ityoophiyaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa 29 tajaajila laacha jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa 29 tajaajila laacha jira.
Ityoophiyaatti giddugalli qorannoo vaayrasii koroonaa 29 tajaajila…
Ittisa vaayarsii koroonaaf kan oolu deeggarsi maaskii kuma 500 olii fi maallaqaa taasifame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) - Ittisa vaayarsii koroonaaf kan oolu deeggarsi maaskii kuma 500 olii fi maallaqaa taasifame.
Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Chaayinaa…
Naannoo Gambeellaaf deeggarsi meeshaalee yaalaa Birrii kuma 600 ol baasu taasifame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) - Naannoo Gambeellaaf deeggarsi meeshaalee yaalaa Birrii kuma 600 ol baasu taasifame.
Yuunvaasitii Finfinneetti Giddugalli misooma…
Ibsa Amineesti Internaashinaal baase irratti hojii qulqulleessu jalqabuu Abbaan Alangaa Waliigalaa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Ibsa Amineesti Internaashinaal baase irratti hojii qulqulleessu jalqabuu Abbaan Alangaa Waliigalaa Fedeeralaa Beeksise.
Ibsa…
Ityoophiyaatti guyyoota 15 darbanitti tattamsa’inni vaayrasii koroonaa %310 dabaleera
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti guyyoota 15 darbanitti tattamsa’inni vaayrasii koroonaa %310 dabaleera.
Ityoophiyaatti guyyoota 15 darbanitti tattamsa’inni…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa baasii ji’aa uwwisuun diinagdee biyyaaf deeggarsa taasisaa jiraachuun…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa baasii ji’aa uwwisuun diinagdee biyyaaf deeggarsa taasisaa jiraachuun himame.
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Doolaara…
Bara kana ijaarsa hidhichaatif Birrii miiliyoonni 605 walitti qabameera
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Bara kana ijaarsa Hidha Haaromsaatif Birrii miiliyoonni 605 walitti qabamuun ibsame.
Waajjirri Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa Ijaarsa Hidha Haaromsaa…
Misooma albuudaa fi boba’aarratti waliin hojjechuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) – Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa, Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo, Inistiitiyuutiin Barnoota Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa misooma albuudaa fi…
Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoonni 85 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 85 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…