Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Hayilamaariyaam Dassaaleenyi Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa duraanii fi ergamaan addaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiya obbo Hayilamaariyaam Dassaaleenyi Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir …
Dooktar Liyaan talaallii vaayrasii koroonaa biyyoota 92 waliin ga’uuf qindeessummaaf filataman
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan garee sochii idil addunyaa talaallii vaayrasii koroonaa waliin ga’uuf hojjetan keessaatti…
Gareen dizaayinii Wancii, Gorgoraa fi Kooyishaa qabeenya umaamaa muul’dhif hojii bu’a qabeessaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad gareen dizaayinii Wancii, Gorgoraa fi Kooyishaa qabeenya umaamaa muul’dhisuuf hojii bu’a qabeessaa…
Ambaasaaddar Dirribaa Kumaan koree dhaabbii dhimma alaa Siwiidinii fi itti gaafatamaa Afrikaa Guruup…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Siwiidinii fi biyyoota Noordiikitti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dirribaa Kumaan koree dhaabbii dhimma alaa Siwiidinii fi itti gaafatamaa Afrikaa Guruup…
Baatii Muddee meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 44 ol tti…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)-Baatii Muddee darbeetti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 44 olitti tilmaamaan to’annaa jala ooluu Ministeerri…
Jilli koreewwan Caffee Oromiyaa magaalaa Awwadaayii fi Bulee Horaatti daawwannaa hojii misoomaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa oolmaasaa guyyaa 3ffaan godina Harargee Bahaa Magaalaa Awwadaayi fi Bulee Horaatti argamuun qaamolee…
Ambaasaaddar Birihaanuun Itaamaajoorii Waliigalaa Humna waraanaa Jibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) –Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Birihaanuu Tsiggaayee Itaamaajoorii Waliigalaa Humna waraanaa Jibuutii Jeneraal Zakaariyaa Sheek Ibraahiim waliin…
Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Sinqee Tigraayitti lammiilee miidhaaman deeggaruuf Maqalee galan
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti duula olaantummaa seeraa kabachiisuutin lammiilee miidhaaman deeggaruuf Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Sinqee magaalaa Maqalee…
Qabeenyaa Ityoophiyaa kan ta’eTiraans furtuu konkolaattoota jajjaboo 179 Jibuutii dhaabbatanii…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Tiraans Ityoophiyaa bakka bu’a haaran Ministeera dhimma biyyaa keessaa qabeenyaa dhaabbatichaa kan ta’ee furtuun konkolaattoota jajjaaboo 179…
Preezdaantii Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Edriis Dooktar Hiruut Kaasahuun…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Preezdaantii Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Edriis Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasahuun waliin…