Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaaffiilee haqamuu filannoorratti dhiyaate ilaalchisee yaadni Murtee mana mare Federeeshiniif…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) - Koreen qulqulleessituu dhimmoota heera mootummaa sababa weerara vaayrasii koroonaan haqamuu filannoorratti gaaffiilee hiikkaa heeraratti dhiyaataniif…
Injiinar Taakkalaan ijaarsa proojaktii daandii Qaalliittii- Qiiliinxoo daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan ijaarsa Proojaktii daandii Qaalliittii - Qiiliinxoo daawwatan.
…
Magaalichatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 661 ga’e
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoota guyyaa har’aa vaayrasii koroonaan qabamuun isaanii mirkanaa’e 109 keessaa namoonni 105 tuttuqaas ta’ee seenaa imalaa hin…
Tokkummaa biyyaalessaa fi waliin jireenyaaf ciminaa fi obsaan hojjechuu gaafata – MM FDRI…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) - Tokkummaa biyyaalessaa fi waliin jireenyaaf ciminaa fi obsaan hojjeechuu gaafata jedhan Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Adeemsi…
MM Dr Abiy, hoji raawwachiisaa olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Beezlii waliin…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoji raawwachiisaa olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Beezlii waliin mari'atan.
Ga'ee Ityoophiyaan…
Qorannaan vaayrasii koroonaa cimee akka itti fufu MM Dr Abiy Ahimad dhaaman
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Qorannaan vaayrasii koroonaa cimee akka itti fufu muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dhaaman.
Koreen ittisa tamsa'ina vaayrasii koroonaa…
Ityoophiyaatti dabalataan namoota 137 irratti vaayrasiin Koroonaa Argame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 137 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa 24 darbe keessatti…
Magaalaa Adaamaatti namoonni 766 to’annoo jala oolan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti namoonni dhorkama labsii yeroo ariifachiisaa weerara vaayrasii konoonaa ittisuuf ba’e darban 766 to’annoo jala oolan.
…
Duukamitti proojaktoonni Birrii miiliyoona 400 olii ebbifaman
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Magaalaa Duukamitti proojaktoonni Birrii miiliyoona 400 olii ebbifaman.
Proojaktoonni ebbifaman 48 yoo ta'an, tajaajila hawaasummaa fi…
Vaayrasii koroonaa ittisuuf of dagannaan gonkumaa hin barbaachisu – obbo Shimallis
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Vaayrasii koroonaa ittisuuf of dagannaan gonkumaa hin barbaachisu jedhan preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.
…