Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsa tarminaalaaf wal harkaa fuudhiinsi iddoo gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Tarminaala konkolaattoota fe’umsaa daangaa ce’aa ijaaruuf wal harkaa fuudhinsi lafa hektaara 9 taasifamuu Ministeerri Geejjiba beeksise.
…
Manni marichaa baajata dabalataa raggaasise
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI walga'ii addaa 4ffaa waggaa 5ffaasaa taa'e.
Walga'ichaan qabo yaa'ii walga'ii addaa 3ffaa…
Of eeggannaa cimsinee, of dagannaa yaa dhiisnu – MM Dr Abiy
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ummanni tamsa'ina vaayrasii koroonaatin akka hin miidhamne of eeggannaa cimsuu akka qabu dhaaman.
…
Namni ajjeechaa Haymaanootin shakkame to’atamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) – Namni ajjeechaa Haymaanoot Badhaadhaatin shakkame to'atamuu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise.
Barattuun digrii lammaffaa…
Tamsa’inni vaayrasii koroonaa dabalaa dhufuun guyyoota itti aanaanitti fooyya’insi seeraa ni…
Tamsa’inni vaayrasii koroonaa dabalaa dhufuun guyyoota itti aanaanitti fooyya’insi seeraa ni taasifama- aaddee Mufariyaat Kaamiil
Finfinnee,…
MM Dr. Abiy Ityoophiyaan midhaan zaytaan sharafa biyyaa ala ittiin argattu keessaa isa tokko jedhan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan oomishoota biyyaa alattii ergitu keessa kanneen sharafni biyyaa ala ittin argamuu keessa tokkoo midhaan zaytaati jedhan Muummeen Ministiraa…
Godina Gaamootti balaa jijjiigootin lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Naannoo kibbaa godina Gamoo aanaa Gaacoo Baabbaatti rooba cimaa roobeen balaa lolaa fi jijjiigoo muudateen lubbuun namoota 10 darbeera.
Ajajaan…
Ijaarsi daandii kiilo meetira 58.8 Muka Xurii – Kookkab daawwatame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ijaarsi daandii kiilo meetira 58.8 Muka Xurii - Kookkab daawwatame.
Daawwicharratti ministir deettaan Ministeera Geejibaa obbo Kaasaahuun…
Injiinar Taakkalaan ijaarsa daandii addababaayii Puushkiin-Gootaraa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Inijinar Taakkalaa Uumaan ijaarsa daandii addababaayii Puushkiin -Gootaraa daawwatan.
Daandichi…
Lammiilee biyya alaatti haala rakkisaa keessa jiran guyyaa lamatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Lammiilee biyya alaatti haala rakkisaa keessa jiran guyyaa lamatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jira jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo…