Browsing Category
Oduu biyya keessaa
obbo Musxaafee Mahaammad jaarsoliin biyyaa dhimmoota biyyaalessaa fi naannoorratti ga’ee…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Hojii duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru keessatti jaarsoliin biyyaa ga'ee isaanii akka ba'an Itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee…
Sirni awwaalchaa aadde Aggituu Guddataa boru ni raawwatama
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Sirni awwaalchaa aadde Aggituu Guddataa boru Pheexiroos Waphaawuloositti raawwatama jedhame.
Xaaliyaanitti ajjeefamuun reeffi ishee har’a gara biyyaa…
Kutaa magaalaa Eekkaatti ijaarsawwan seeran alaa fi lafa weeraraman irratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Kutaa magaalaa Eekkaatti ijaarsawwan seeran alaa fi lafa yeroo dhihoo as weeraraman irratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu bulchiinsi magaalichaa beeksise.…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 376 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 376 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 1 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Komaanddar Daraartuun waggaa lamaaf ambaasaaddar tola ooltuu haadha fayyaa qabeettii ta’uun…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Komaanddar Atleet Daraartuu Tulluun waggaa lamaaf ambaasaaddar tola ooltuu haadha fayyaa qabeettii ta'uun Ministeera Fayyaan filatamte.
Ministirri…
Sosochiin akka isin tajaajjilluuf haguuggii fuula fayyadamaa naannoo Hararii fi Afaaritti…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) - Sosochiin akka isin tajaajilluuf haguuggii fuulaa fayyadamaa naannolee Hararii fi Afaaritti xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biirooleen Eeggumsa Fayyaa…
Kolleejiin Yuunivarsitii Poolisii gara Yuunivarsitiitti olguddate
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Kolleejiin Yuunivarsitii Poolisii gara Yuunivarsitiitti olguddate.
Bara 1939- mana barumsaa leenjii qondaaltoota Poolisii Abbaa Diinaa ta’uun hojii…
Dooktar Nagarii Leencoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Meeksiikoo Viiktoor Maanu’eel Tiriviinoon…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Dooktar Nagarii Leencoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Meeksiikoo Viiktoor Maanu’eel Tiriviinoon waliin marii’tan.
Mana Maree Bakka Bu’oota…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Koyishaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Koyishaa daawwatan.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo…
Obbo Malaakuu Allabal Ityoophiyaatti ambaasaaddara Chaayinaa Zaahoo Zhiiyuhaan waliin mari’atan
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabal Ityoophiyaatti ambaasaaddara Chaayinaa Zaahoo Zhiiyuhaan waliin mari’ataniiru.…