Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Tizzitaa hawaasa daldalaa Hindiif dhimmoota invastimantii Ityophiyaa irratti ibsa…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tizzitaa Mulugeetaa miseensoota hawaasa daldalaa hindiif invastimantii mijatoo Ityoophiyaan qabdu irratti…
Obbo Aganyaaw Tashaagar hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Preezdaantiin mootummaa naannoo Amaaraa Obbo Aganyaaw Tashaagar hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.
Bu’uuruma kanaan:-
1. Obbo…
Dhaabbilee marsaa torbaffaaf sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Dhaabbilee marsaa torbaffaaf sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun beeksisaniif Waajjirri Ministira Muummee galata…
Jilli obbo Tasfaayee Gashoon durfamu Aanaa Wandootti proojaktota misoomaa adda addaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Jilli obbo Tasfaayee Gashoon durfamu Aanaa Wandootti proojaktota misoomaa adda addaa daawwate.
Koreewwan Dhaabbii Caffee Dura Taa'aa Koree Dhaabbii…
Swiidiin hojiiwwan riifoormii Ityoophiyaa akka deeggartu ibsite
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Ministirri Nageenyaa aadde Mufaariiyaat Kaamil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Swiidiin Haans Heenriik waliin mari’ataniiru.
Aadde Muufaariyaat…
Reeffi Aagituu Guddataa Magaalaa Finfinnee gale
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Itti aantuun kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa…
Jilli aadde Mastaawot Fayisaan durfamu aanaa Gachiitti hojiilee misoomaa adda addaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) -Jilli Koree Dhaabbii Dhimma, Dubartootaa, Dargaggootaa fi Daa'immanii Caffee Oromiyaa aadde Mastaawot Fayisaan durfamu aanaa Gachiitti hojiilee misoomaa…
Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee hojiiwwan misoomaa magaalaa Ciroo keessatti hojjetamaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) -Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee hojiiwwan misoomaa magaalaa Ciroo keessatti hojjetamaa jiru daawwate.
Gareen kun, dura taa'aa Koree Dhaabbii…
Magaalaa Burraayyuutti Boombiin Harkaa 4 fi Fanjiin 1 qabame
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Burraayyuutti Boombiin Harkaa 4 fi Fanjiin boba'aan 1 qabameera.
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa kunneena eeruu hawaasaan ganda…
Naannoo Tigraay deebisaanii dhaabuuf sagantaan qophaa’ee hojiitti galameera – obbo…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Duulli olaantummaa seeraa mirkaneessuu naannoo Tigraay xumuramuu hordofee mootummaan naannicha deebisee dhaabuuf saganteeffatee gara hojiitti galuu itti…