Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injinaar Taakkalaa ayyaana Iid al Faxir hawaasa sabaaba rakkoo daangaan qe’ee fi qabeenya isaanirraa…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkalaa Uumaa ayyaana Iid al Faxir bara Hijiraa 1441ffaa hawaasa sabaaba rakkoo daangaan qe’ee fi…
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee marii taasiseen murtee garagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee marii taasiseen murtee garagaraa dabarse.
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’iisaa idilee…
Tajaajila fayyaa daa’immanii fi haadholii dabalatee kenninsa tajaajila idileerratti xiyyeeffannan…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) –– Tajaajila fayyaa daa’immanii fi haadholii dabalatee kenninsa tajaajila idileerratti xiyyeeffannan laafu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Jilli Deettaa…
Ityoophiyaatti namoota dabalataa 61 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 61 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe keessa…
Muusaa Faqii Mahaammat marii Hidha Haaromsaa jajjabeessan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Dura taa'aan Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faqii Mahaammat marii Hidha Haaromsaarratti taasifamu kan deeggaran ta'uu beeksisan.
…
Obbo Shimallis hordoftoota amantaa Islaamatiin baga geessan jedhan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ittiin isin ga'e jedhan.
Ergaan…
Obbo Dammaqaan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga’e jedhan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga'e jedhan.…
MM Dr Abiy hordoftoota amantaa Islaamatiin baga Iida geessan jedhan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Islaamaa maraan baga ayyaana Iid Alfaxiriin ittiin isin ga'e jedhan.
Dooktar Abiy…
Ayyaanni Iidaa vaayrasicharraa of eeguun kabajama
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxir 1441ffaan booru, Dilbata kabajamee oola.
Manni Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa akka beeksisetti…
Naannoo Amaaraatti namoota dabalataa 4 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Fifninnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) –– Gabaasni idilee guyyaa har’aa erga dhiyaatee boodaa naannoo Amaaraatti vaayrasiin koroonaa namoota afurirratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…