Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan naannoo Oromiyaa sadarkaa ijaarsa manneen barnootaa proojektii ifa boruu gamaaggame
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa sadarkaa ijaarsa manneen barnootaa proojektii Ifa Boruun ijaaramaa gamaaggameera.
Baatii 3 dura mootummaan naannoo…
Hojiin misooma Sululaa Baha, Kibbaa fi Gidduu galeessa Oromiyaatti eegalame
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Hojiin misooma Sululaa Baha, Kibbaa fi Giddu galeessa Oromiyaatti guyyaa har’aa eegalamuu Biiroon Qonnaa fi qabeenya Uumamaa Oromiyaa Beeksiseera.…
Guyyaan sirni Gadaa galmee UNESCOtti galma’ee waggaa 4ffaan kabajame
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Sirni Gadaa guyaa galmee Dhaabbata Bartootaa, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti galmaa'e waggaa 4ffaan sirnoota garaagaraan kabajame.…
Dooktar Abiy Proofeesar Hiruut Gamtaa Afrikaatti kadhimamtuu Komishinara Barnootaa, Saayinsii,…
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, Proofeesar Hiruut Waldamaariyaam Gamtaa Afrikaatti kadhimamtuu Komishinara Barnootaa, Saayinsii, Teeknooloojii…
Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamu Shawaa kaabaatti oomisha Qamadii Jallisiin misoomaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Jilli Itti aanaa hogganaa Biiroo Qonnaa fi qabeenya Uumamaa obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gulalleetti oomisha…
Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisana durfamu godina Harargee…
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu godina Harargee Lixaa aanaa Gumbii Bordoddee araddaa…
Magaalichatti Chaappaawanii fi Koompiyuutaroonni sanada sobaa qopheessuuf oolaa turan shakkamtoota 5…
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneett Chaappaawanii fi Koompiyuutaroonni sanada sobaa qopheessuuf oolaa turan shakkamtoota 5 waliin to’atamuu Komishiniin Poolisii…
Obbo Dammaqaan bakka bu’aa dhimma alaa fi imaammata nageenyaa olaanaa gamtaa Awurooppaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma alaa obbo Dammaqaa Makonniin bakka bu’aa dhimma alaa fi imaammata nageenyee…
Ityoophiyaanoonni 270 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Daa’immaan 5 dabalatee lammiileen Ityoophiyaa 270 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa dargaggootaa kuma 28 ol gara hojiitti ni bobbaasa…
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa dargaggootaa fi dubartoota kuma 28 ol gara hojiitti kan bobbaasu ta’uu ibsame.
Dubratootaa…