Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Joosee Jaaksan, Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan tumsamuu qabdi jedhan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Falmaan mirga siiviilii Joosee Jaaksan, koongirasiin Ameerikaa Hidha Haaromsaarratti murtoo Ityoophiyaa deeggaru akka dabarsu gaafatan.
…
Obbo Gadduun, Ingiliizitti ministira dhimmoota Afrikaa Jams Filiip Dadriij waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw, mootummaa Ingiliizitti ministira dhimmoota Afrikaa Jams Filiip Dadriij waliin…
Vaayrasiin koroonaa manneen amala sirreessaa biyyaatti keessatti hin argamne
Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) - Vaayrasiin koroonaa manneen amala sirreessaa biyyaatti keessatti argaman keessaa jira sirreeffamtoota seeraa irratti kan hin argamne ta’u Ministeerri…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tumsi taasifamu itti fufeera
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) – Dhaabbileen garaagaraa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tumsa taasisan itti fufaniiru.
Dhaabbanni Giloobaal Alliyaans jedhamu…
Tokkoon tokkoon keenya isa kan biraaf waardiyyaadha- MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) ––Tokkoon tokkoo keenya isa kan biraaf waardiyyaadha jedhan Ministirri Muumee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Waamicha 'Soorata Walii…
Pr MNO obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Fiichee Cambalalaa sababeechuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Fiichee Cambalalaa bara 2012 sababeechuun ergaa baga geessanii dabarsan…
Hidhaa haaroomsaa guddicharratti ambaasaadarootaaf ibsi laatame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) –Ambaasaadaroota biyyoota Eeshiyaa Paassifikii fi Giddugala Bahaaf waa’ee hidha haaroomsaarratti ibsi laatame.
Ministirri Dhimma Alaa FDRI…
MM FDRI Dr. Abiy Ahimad ayyaana Fiichee Cambalaalaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Fiichee Cambalaalaa bara 2012 ilaalchisee ergaa baga isiniin ga’ee dabarsan.
Ayyaanni…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaan dabalataan namoota 24 irratti argame
Fifninnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 24 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe keessa…
Haallii weerara vaayrasii koroonaa torbee lamaan darbe keessa muul’ate kan baatii lamaan darbanii…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) - Haallii weerara vaayrasii koroonaa torbee lamaan darbe keessa muul’ate kan baatii lamaan darbanii caalaa yaddeesaadha jedhame.
Tatamsa’inni…