Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsnaniiru.
Preezdaant Saahilawarqi hordoftooa amantaa Kiristiyaanaa…
Ityoophiyaanoonni 135 Oomaanii gara biyya isaanii deebi’an
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonni 135 Oomaanii gara biyya isaanii deebi'uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksise.
Lammiilee har'a gara biyya isaanii…
Aadde Adaanachii fi preezdaantiin naannoo Gaambeellaa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi preezdaantiin naannoo Gaambeella obbo Uumad Ujuluun ergaa baga geessanii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 545 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 545 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Godina Shawaa Kaabaatti Bireenii dabalatee meeshaaleen waraana 153 fi rasaasawwan kumni 17 ol…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun to’atamuu ibsame.
Bireenii dabalatee meeshaaleen…
Obbo Dammaqaa Makoonniin ergaa bage geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin ergaa ayyaana Qillee baga geessanii dabarsan.…
Muusaa Faakii Mahaammat erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat ergaa baga geessanii ayyaana Qillee dabarsan.
Muusaa Faakiin hordoftoota amantaa…
Finxaaleessuummaan Ityoophiyaa diiga malee hin ijaaru – Aadde Adaanach
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Hawaasni ijaarsaalee naannoo isaa jiru keessatti hirmaachuun misoomarraa fayyadamoo ta’uu akka qaban itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Gochaan waraanni Sudaan daangaa Ityoophiyaarratti raawwate waliigaltee idila addunyaa kan cabse…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Gochaan waraanni Sudaan daangaa Ityoophiyaarratti raawwate waliigaltee idila addunyaa kan cabse ta’uu Komishiniin Daangaa Ityoo – Sudaan ibse.…
Addunyaan guyyaa dhalootaa Iyyasuus Kiristoos jalqabaa kan kabajde qormaataa fi carraa gidduu…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Ayyaana Qillee bara kanaa wayita kabajnu qormaata keessa dabarree fi carraa murteessaa gara fuulduraa nu eeggatu yaadachaati jedhan Muummeen Ministira…