Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 345vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 345 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Boordichi gabatee yeroo Filannoo marsaa 6ffaa isa dhumaa ifoomse
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa gabatee yeroo filannoo marsaa 6ffaa isaa dhumaa ifoomseera.
Boordicha Muddee 16, 2013 bakka hoggantoonni…
Hawaasni dorgommii fiigicha guddichaa fi jala bultii ayyaana Cuphaa dabalatee ayyanichi milkiin akka…
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Dorgommii fiigicha guddichaa fi jala bultii ayyaana Cuphaa dabalatee ayyaanichi milkiin akka xumuramuuf jiraattoonni magaalaa Finfinnee deeggarsasaa…
Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee Juntaa olaanoo 5 to’annoo jala oolan
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee Juntaa olaanoo 5 to’anna jala ooluu itti gaafatamaan qajeelcha humna raayyaa ittisaa Birgaadeer jeneraal…
Manni Maree Ministiroota waliigaltee doolaraa Ameerikaa liqa dhalarraa bilisaa miiliyoona 200…
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Manni Maree Ministiroota walga’ii idilee 94ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraa irratti mari’ate murtoo dabarseera.
Manni marichaa wixinee…
Namoota yeroo fi qabeenya isaanii hunda lammii isaanii garagaaruuf oolachaan jajjabeessuu qabna…
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala guddisa daa’immanii Dooktar kabajaa Abbabachi Goobanaa daawwataniiru.…
Magaalaa Jimmaatti balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Balaa Ibiddaa tasa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 6tti tilmaamamu manca'uu ibsameera.
Qajeelcha Poolisii…
Gaazexeessitoonni Afaan Oromoo Dimtsa Wayyaanee ummata dhiifama gaafatan
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Gaazexeessitoonni Afaan Oromoon Dimtsa Wayyaanee (DW international) irratti hojjetaa turan ummata dhiifama gaafatan.
Gaazexeessitoota Afaan…
Sudaan dhimma daangaa Ityoophiyaa waliin qabdu dippiloomaasii fi mariin akka furamuu Sudaan kibbaa…
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Sudaan kibbaa Saalvaa Kiir Sudaan daangaan walqabsiisee dhimma Ityoophiyaa waliin qabdu dippiloomaasii fi mariin akka furamuu yaadachiisaan.…
Sosochiin Covid -19 ittisuurratti xiyyeeffate Amajjii 3 eegalee baatiwwan 6f ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Sosochiin Covid -19 ittisuurratti xiyyeeffate Amajjii 3 eegalee baatiwwan 6f kan gaggeeffamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Dhimma…