Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaadaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif Hidha Haaromsa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) –Ambaasaadaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasifataniif Hidha Haaromsa Guddicharratti ibsi taasifamafi.
Ministirri Ministira Bishaanii,…
Ogeeyyonni kalaqa garagaraa kalaqa isaanii akka dhiyeessaan waamichi taasifame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Ogeeyyonni kalaqa garagaraa kalaqa isaanii akka dhiyeessaan waamichi taasifame
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad weerara vaayrasii…
Dandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajilaa fee’umsaaf xiyyaaroota imaaltoota 22 irratti sirreessaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2012 (FBC) – Dandiin Qilleensa Ityoophiyaa tajaajilaa fee’umsaaf xiyyaaroota imaaltoota 22 irratti sirreessaa maahandiisuummaa taasise
Daandiichi rakkoo weerara…
Hiikkaa heeraarratti waltajjiin yaada ogeeyyii dhaggeeffachuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Hiikkaa heeraarratti waltajjiin yaada ogeeyyii dhaggeeffachuuf qophaa'e gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin har'aa Yaa'iin Qulqulleessituu Heera…
Walga’iin koree siyaasaa olaanaa Ityoophiyaa fi Sudaan xumurame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Walga'iin koree siyaasaa olaanaa Ityoophiyaa fi Sudaan Caamsaa 8 eegalee amma Caamsaa 10,2012tti gaggeeffamaa ture xumurame.
Walga'ichi…
Biqiltuu bara darbe dhaabaman keessaa %84 qabateera
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Biqiltuu bara darbe dhaabaman keessaa %84 qabateera.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad akka beeksisanitti biqiltuu sadarkaa…
Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte.
Deeggarsichi sagantaa qulqullinaa 'Waan Washiif' kan ooludha.
…
Aadde Mufariyaat hoggansa dhaabbilee waamamoo waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil hoggansa dhaabbilee waamamoo waliin mari'atan.
Turmaata isaanitiin raawwii hojii fi dhimmoota…
Marii fi muuxannoo wal jijjiirraan tamsa’ina COVID-19 ittisuurratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Marii fi muuxannoo wal jijjiirraan tamsa’ina COVID-19 ittisuurratti xiyyeeffate yeroo 8ffaaf viidiyoo koonfiraansin gaggeeffamu Ministeerri Geejjiba…
Injinaar Taakkalaan daandii Haayilee Gaarmanti – Jamootti ijaarrama jiru daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Itti aanaa kantibaa magaalaa Finfinnee Injinaar Taakkala Uuman daandii Haayilee Gaarmantii hanga Jamootti ijaarrama jiru daawwataniiru.
Daandichiis…