Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hordoftoonni amantaa Kiristiiyaanaa ayyaana Qillee harka qalleeyyii deeggaruun kabajuu qabu jedhame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) - Hordoftoonni amantaa Kiristiiyaanaa ayyaana Qillee wayita kabajan rakkataa fi harka qalleeyyii gargaaruun kabajuu akka qaban preezdaantoonni naannoo…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 322 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 322 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 13 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Ityoophiyaa fi Hind hariiroo waloo cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) - Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti koree dhaabbiin dhimmoota nageenyaa fi hariroo alaa Ambaasaaddara Hindii Roobart Shatkiintoongii fi jaalleewwan hojii…
Kutaa magaalaa Aqaaqiitti ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyii 500f deeggarsi taasifame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqiitti ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyii 500f deeggarsii miidhaanii fi meeshaalee…
Sochiin tajaajila tola oltummaa waloo keenyaaf fakkenyaadha-Aadde Adaanach
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adanaach Abeebee magaalaa Finfinneetti mana jireenyaa harka qalleeyyii haaromsuu fi hojiin tajaajila tola…
Haleellaa raayyaa ittisa biyyaa Izii kaabaarratti raawwatameen miseensi raayyaa ittisaa miidhaman…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)-Hooggansi Ministeera Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggoota haleellaa Izii kaabaarratti raawwatameen miseensa raayyaa ittisa biyyaa miidhaman Finfinneetti…
Sagantaan sosochii ittisaa fi to’annoo Covid -19 akka naannoo Ormiyaatti gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Sagantaan sosochii ittisaa fi to'annoo Covid -19 akka naannoo oromiyaatti magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu ibsameera.
Sagantaa sosochii…
Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa ilaalchisee mariin ijaarsaalee dubartootaa waliin…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa ilaalchisee mariin ijaarsaalee dubartootaa waliin gaggeeffameera.
Maricharratti itti aantuun…
Yaadannoon galmee UNESCO sirna Gadaa Oromoo waggaa 4ffaa magaalaa Bulee Horaatti sirnoota…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa, Yuunvarsiitii Bulee Horaa fi godina Gujii Lixaa waliin ta’uun yaadannoo galmee UNESCO sirna Gadaa Oromoo waggaa 4ffaa…
Ayyaanni Qillee wayita kabajamuu balaan tasaa fi ibiddaa akka mudanneef of eeggannoo taasisuun…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Hawaasni wayita ayyaana Qillee kabajatuu balaan tasaa fi ibidda akka hin mudanneef of eeggannoo taasisuu akka qabu Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa fi…