Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaasa…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Inistitiiyuuti Fayyaa Hawaasa naannoo Amaaraa daawwate.
Jilli Ministirri Ministeera…
Waltajjiin yaada hayyoota hiikaa heera mootummaa ilaalchisee gaggeeffama jira
Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Waltajjiin yaada hayyoota hiikaa heera mootummaa ilaalchisee Sharaatan Addisitti gaggeeffama jira.
Waltajjichi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarra…
Namoonni dhorkama labsii yeroo ariifachiisaa darban kumni 2 fi 800 to’annoo jala oolaan
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti namoonni dhorkama labsii yeroo ariifachiisaa darban kumni 2 fi 800 to’annoo jala ooluu Koomishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee…
Godina Gujii Lixaatti balaa lolaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) –Balaa Lolaa godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaatti muudateen lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame.
Aanichatti Rooba cimaa roobeen…
Qonnaan bultoota magaalichaaf Paampiwwan Bishaanii fi Tirakteroonni kenname
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qonnaan bultoota magaalicha keessatti argamaniif Paampiwwan bishaanii 200 fi Tiraakteroota 5 gumaachera.
Itti…
Ityoophiyaatti Vaayrasiin Koroonaa Dabalataan Namoota 15 irratti Argame
Fifninnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) –– Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 15 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa’aa 24 darbe…
Labsiin yeroo ariifachiisaa dhala namaa lubbuun ceesisuuf ergama ijoo kan qabuudha –I/A/MM FDRI…
Fifninnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Labsiin yeroo ariifachiisaa dhala namaa lubbuun ceesisuuf ergama ijoo kan qabuudha jedhan Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonnin.…
Dhaabbileen amantaa Ityoophiyaa dhaabbata muul’ata waloo cimaarratti hundaa’e uumuu qabu – MM FDRI…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Dhaabbileen amantaa Ityoophiyaa dhaabbata muul’ata waloo cimaarratti hundaa’e uumuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahiman yaadachiisan.…
Birgaadeer Jeneraal Geetaachoo Shifarraa Daayreektara humna qophummaa Baha Afrikaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Caamsaa 7, 2012 (FBC) – Birgaadeer Jeneraal Geetaachoo Shifarraa Daayreektara humna qophummaa Baha Afrikaa waggoota sadan dhufanii ta’uun muudamuu isaanii ibsame.
…
Oromiyaatti qorannoo vaayrasii koroonaa mana manarraa taasifameen namoonni miiliyoona 24.6 waliin…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qorannoo vaayrasii koroonaa mana manarraa taasifameen namoota miiliyoona 24.6 waliin ga’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beksise.…