Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy dabalatee Ityoophiyaanoonni 4 dhiibbaa uumtoota Afrikaa 100 keessatti hammataman
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Barruun ‘Niwuu Afrikaa’jedhamu dhiibbaa uumtoota Afrikaa bara Faranjootaa 2020 namoota 100 ifoomseera.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Ityoophiyaa, Keeniyaa fi Soomaaliyaan Koriidarii Juubaalaand haala waliin hojjechuu danda’anirratti…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa, Keeniyaa fi Soomaaliyaan Koriidarii Juubaalaand haala waliin hojjechuu danda’anirratti mari’achuu isaanii ibsameera.
Haala sosochii…
Jilli obbo Saandookaan Dabbabaan durfamu Jigjigaa gale
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Jilli Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Korporeeshinii Misoomaa Paarkoota Indaastirii obbo Saandookaan Dabbabaan durfamu Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita…
Daandii laga Gibee – Jimmaaf suphaan taasifamaa jira
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Konkolaatootta hedduu keessummessuu fi heddummina tajaajilaatin kan miidhame daandiiin laga Gibee-Jimmaatif suphaan taasifama jira.
Daandiin laga…
Bu’aan qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoome
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa beekkamuu Biiroon Barnootaa naannoo Oromiyaa beeksise.
Qormaatni Sadaasa 30 hanga Muddee 2, 2013tti…
Godina Arsii Lixaa aanaa Shaallaatt balaan Ibiddaa muudate qabeenyarra miidhaa qaqqabsise
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Godina Arsii-lixaa Aanaa Shaallaatti guyyaa har'aa balaa ibiddaa muudateen manneen jireenyaa 10 gubachuu himame.
Aanaa Shaallaa ganda Daannisa bungee…
Birriin sanadaan qophaa’e biiliyonni 23.8 maallaqatti jijjiirramuu akka qabu korichi…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Waajjira damee kaffaltoota gibiraa olaanootti birriin sanada qofaan taa'e biiliyoonni 23.8 gara maallaqaatti jijjiirramuu akka qabu koreen dhaabbii galii,…
Obbo Dammaqaa Makkonniin haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee dippiloomaatootaaf ibsa…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministrri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkonniin haala waqtaawaa naannoo Tigraay ilaalchisee garee bakka bu'oota…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 297 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 297 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Maallaqa fudhachuun karaa seeraa alaa gara biyya alaatti ergaa kan turan hoggantoonni fi…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) –Maallaqa fudhachuun karaa seeraa alaa gara biyya alaatti ergaa kan turan hoggantoonni fi hojjettoonni Immigireeshinii too’ataman.
Lammiilee karaa…