Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Labsichi lubbuu lammiilee baraaruuf malee,ba’aa namarratti fe’amee miti-obbo Dammaqaa
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Labsii ariifachiisan lubbuu lammiilee baraaruuf malee,ba'aa namarratti fe'amee miti jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan.…
Ityoophiyaa fi Ameerikaan waliigaltee Doolaara miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 30 mallatteessan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Ameerikaan waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 30 walii mallatteessan.
Mootummaan Ameerikaa…
Qorannaa laabraatoorii sa’aa 24tin namoota 9 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) –Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 keessatti taasifameen namoota 9 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessatti samuudaan namoota…
Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa Shawaa Bahaa fi Shawaa Kaabaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa godina Shawaa Bahaa fi Shawaa Kaabaa daawwate.
Jilli preezdaant Shimallis…
Gaaffii hiikkaa heeraaf deebii laachuuf hojjeetama jira- aadde Ma’aazaa Ashannaafii
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataatin gaaffi dhiyaate hiikkaa heeraaf, yeroo gabaaba keessatti deebii laachuuf hojjetamaa jiraachuu preezdaantiin Mana…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi xiyyeeffannoo diinagdeef kenname
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi xiyyeeffannoo diinagdeef kenname;
1/ Fayyaa hawaasaa eeguuf carraaqqii taasifamu cimsuu,
…
Qindoominni Humnoota Federaaliistii Ityoophiyaa filannoon dheereffamuu kan deeggaru ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Qindoominni Humnoota Federaaliistii Ityoophiyaa filannoon 2020 dheereffamuu kan deeggaru ta'uu beeksise.
Qindoominichi yaa'ii Maqalee fi…
Daddabarsa meeshaa waraanaa seeraan alaa hordofuu fi to’achuuf bobbiin hundaa barbaachisaadha…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Daddabarsa meeshaa waraanaa seeraan alaa hordofuu fi daddabarsitoota to'annaa jala oolchuuf bobbiin qaama hundaa barbaachisaadha jedhan muummee ministiraa…
Weerarri vaayrasii koroonaa baatii 6f turraan Ityoophiyaan Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa baatii 6f turraan Ityoophiyaan Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 39.2 dhabuu dandeessi jedhame.
Baatii…
Ityoophiyaan daangaa biyyoota ollaarratti keellawwan 5 dabalataan banuufi
Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan daangaa biyyoota ollaarratti keellawwan 5 dabalataan Baatii 2 keessatti banuufi jedhame.
Keellawwan kunneen weerara vaayrasii…