Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Tigiraayitti Ambuulansii 269 keessaa 31 qofatu hafe – Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraayitti Ambuulansii 269 keessaa 31 qofti akka jiran Hoogganaan waajjira Buulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay obbo Gabra Masqal ibsaniiru.…
Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) –Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin…
Boordichi qajeelfama weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf ba’e irratti yaada uummataa…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa qajeelfama weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi too’achuuf ba’e irratti yaada uummataa fudhachuuf waamicha…
Jilli Ministira Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamilin durfamu hojiilee misoomaa magaalaa Bishooftuu…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamilin durfamu hojiilee misoomaa magaalaa Bishooftuu daawwatan.
Aadde Mufaariyaat Kaamil daawwannaa…
Tajaajillii Inshuraansii Fayyaa Naannichatti erga jalqabamee waggaa dheeraa ta’uus lakkoofsi…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Hogganaan Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan Sababa baasii tajaajila fayyaatiin waggaa tokkoo keessatti qofaa Namoonni miliyoona…
Magaalaa Finfinneetti baatiwwan shanan darbanitti dargaggoota kuma dhibba 1 fi kuma41f carraan hojii…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan shanan darbanitti dargaggoota kuma dhibba 1 fi kuma 41f carraan hojii uumamuu Biiroom Qindeessaa Tola Ooltootaa…
Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan lubbuun isaanii darbe keessaa % 50 ol jiraattoota…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaan lubbuun isaanii darbe keessaa % 50 - 60 jiraattoota magaalaa Finfinnee ta’uu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Jiraattoonni magaalaa Shaambuu hiriira nagaa ba’uun gochaa ABO Shanee balaaleeffatan
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallagaatti jiraattoonni magaalaa Shaambuu fi aanaa Horroo hiriira nagaa ba’uun gochaa ABO Shanee balaaleeffataniiru.…
Bureetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Bureetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbeera.
Konkolaataa deddeebisa ummataa halkan sa’aati 10tti namoota 48 fe’ee Danbacii gara…
Yuunivarsitiin Bulee Horaa barattoota mummee Teknooloojii Meedikaal Raadiyoolojii sagantaa digirii…
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Yuunivarsitiin Bulee Horaa barattoota mummee Teknooloojii Meedikaal Raadiyoolojii sagantaa digirii lammaffaan barsiisuu har’a jalqabsise.…