Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni Qillee rakkoo nageenyaa tokkomalee akka qabajamuuf qophiin duraa xumuramuu ibsame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Ayyaanni Qillee rakkoo nageenyaa tokkomalee akka qabajamuuf qophiin duraa xumuramuun gara hojiitti galamuu Komishiniin Poolisii magaalaa…
Kutaa magaalaa Yakkaatti jiraattoota harka qalleeyyiif kennaan ayyaana Qillee laatame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Yakkaatti jiraattoota harka qalleeyyii kuma 4 fi 520f keenna ayyaana Qillee laatameera.
Kennaan…
Qorannoo fi hojii ijaarsa Indaastirii Paarkii naannoo Soomaalee Ayishi’atti hojjetamurratti mariin…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Qorannoo fi hojii ijaarsa Indaastirii Paarkii naannoo Soomaalee Ayishi’atti hojjetamurratti mariin gaggeeffame.
Marii kanarratti itti…
Loltoonni giddugala Leenjii Huursootti leenji’aa turan eebbifaman
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Loltoonni giddugala Leenjii Huursootti leenji’aa turan eebbifamuu ibsameera.
Sirna eebbichaarratti ajejaan giddugala nageenya kabachiisaa Raayyaa…
Ityoophiyaan waldhabdee daangaa Ityoo Sudaaniif waraanni furmaata ta’a jettee hin…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan waldhabdee daangaa Ityoo Sudaaniif waraanni furmaata ta’a jettee hin amantu jechuun Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Jiraattoonni aanaa Boojjii Dirmajjii ABO Shanee balaleeffaatan
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Wallagga Lixaa aanaa Boojjii Dirmajjii gocha badii ABO Shaneen lubbuu fi qabeenya namaarraatti raawwata turee fi jiru mormuun hiriraa…
Hojii duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeeffame keessatti hirmaannaa olaanaa ummanni Tigraay…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Gareen Finxaaleyyii lolaan erga injifatamanii booda of dhoksuuf uffataa jalqabee of jijjiiruun iddoo iddoo iddootti socho’aa jiraachuu…
hojiiwwan misoomaa naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiran irratti mari’tame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Hooggantoonni olaanoo Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inaarjii fi dhaabbileen itti waamamoo hojiiwwan misoomaa naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiran…
Magaalaa Finfinneetti qorichi seeraan alaa daddabarfamaa ture kaartooniin 71 too’atame
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qorichi kaartooniin 71 fi Urgooftuuwwan kaartoonnii 57 seeraan alaa daddabarfamaa naanna’aa ture too’atamuu Komishiniin…
Obbo Ristuu Yirdaaw godina Geedi’ootti haala ijaarsa giddugala jijjiirrama baadiyaa Yirgaa Caffee…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)-Jilli Itti aanaa Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawun durfamu godina Geedi’ootti haala ijaarsa giddugala jijjiirrama baadiyaa Yirgaa Caffee…