Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr. Abiy Ahimad hoogantoota godinaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012(FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hoogantoota godinaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan.
Dooktar Abiy Ahimad naannoon Sabaa fi Sablammoota Kibbaa…
Ergaa Preezdaanti FDRI Saahilawarq Zawdee dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) –Preezdaanti Saahilawarq Zawdee waamicha Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii walta’insa idil addunyaa ilaalchisuun taasise deeggarsa isaani ibsuun ergaa…
Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 11 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 11 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessa samuudaan namoota 2424 qoratameera.…
Namoota gochoota Labsii yeroo Muddamaatin dhoorkaman irraa of-hin qusannee tarkaanfiin barsiisaa…
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012(FBC)-Preezdaantin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa haasaa Gamaaggama hojii Koree taaski foorsii ittisa dhibee vaayrasii koroonaa irratti…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa COVID-19 Sudaanii fi Somaaliyaaf imalchiise
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa COVID-10 Sudaanii fi Somaaliyaaf imalchiise.
Daandiin Qilleensichaa meeshaalee yaalaa…
MM Dr. Abiy Ahimad Muummee Ministira Noorwaay waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministira Noorwaay Ernaa Soolbeergi waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Marii isaaniin Noorwaay…
Miseensonni kaabinee Finfinnee daandii Shiroomeedaa – Quusqiwaam ijaarsarra jiru daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Miseensonni kaabinee magaalaa Finfinnee daandii Shiroomeedaa - Quusqwaam ijaarsarra jiru daawwatan.
Daawwicharratti itti aanaan kantiibaa…
Obbo Gadduun gorsaa biyyaa fi ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yuu waliin bilbilaan…
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw gorsaa biyyaa fi ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yuu waliin bilbilaan mari'atan.…
Ityoophiyaan Adoolessa guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa kan eegaltu ta’uu beeksiste
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan Adoolessa dhuftu guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa kan eegaltu ta'uu beeksiste.
Guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa, fayyadamtummaa…
Dhimmi Hidha Haaromsaa dhimma birmadummaa biyyaati -hayyoota
Finfinnee, Caamsaa 3, 2012 (FBC) – Dhimmi ijaarsa Hidha Haaromsaa dhimma birmadummaa biyyaati jedhan hayyoonni.
Milkaa'ina ijaarsa hidhichaatif tumsi lammiilee biyyattii akkuma…