Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haala nageenya daangaa naannoo Oromiyaa fi Gaambeellaa ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Haala naannoo Daangaa Oromiyaa fi Gaambeellaatti nageenya waaraa fiduun danda’amurratti magaalaa Gaambeellaatti mariin gaggeeffamaa jira.…
Tarbaayina humna madda anniisaa Qilleensaa Asallaa kan dhiyeessuu waliin waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Humni Elektirikaa Ityoophiyaa Tarbaayina humna madda anniisaa Qilleensaa Asallaa kan dhiyeessuu Saaymeenis Gameessaa waliin waliigalteen mallatteesse.…
Gosoota morkattootaa Abiyyeetti argaman gidduutti waliigalteen nageenyaa mallattaa’e
Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Abiyyeetti kan argaman gosoota Miisiriyaa fi Diinkaa gidduutti waliigalteen nageenyaa mallattaa’eeera.
Gama gosa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 573 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 573 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Hidha Haaromsaa ilaalchisee wixinee sanada ogeeyyiin dhiyeessan Gibtsi hin fudhadhu jechuu ishee…
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) - Hidha Haaromsaa ilaalchisee wixinee sanada ogeeyyiin dura taa'aan gamtaa Afrikaa moggaasan dhiyeesaan Ityoophiyaa fi Sudaan yoo fudhatan Gibtsi osoo hin…
Raawwii oomisha qamdii jallisii hanga ammaa fi kallattii fuulduraatti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Rawwii oomisha qamadii jallisii hanga ammaa jiruu fi marsaa 2ffaaf qophii taasifamu jiruu ilaalchisee hoggansa sadarkaa olii hanga aanaatti jiran waliin…
Aadde Adaanach harka qalleeyyiif kennaa ayyaana Qillee laatan
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinee aadde Adaanach Abeebee hawaasa harka qalleeyyiif kennaa ayyaana Qillee laatan.
Aadde Adaanach…
Guyyaan imala miilaa fi Biskileetti 4ffaan magaaloota biyyatti garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Guyyaan imala miilaa fi Biskileetti 4ffaan magaaloota biyyatti garaagaraatti mata duree ‘Qaammee hanga Qaammee ni qaqabna’ jedhuun kabajamee ooleera.…
Boruu eegalee dargaggoota kuma 35f leenjiin mata duree ‘Waliin jireenyaa fi tokkummaa Ityoophiyaa’…
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Boruu eegalee mata duree ‘waliin jireenya fi tokkummaa Ityoophiyaa’ jedhurratti dargaggoota kuma 35f leenjiin kan laatamu ta’uu Ministirri Ministeera…
Magaalaa Fiicheetti namni dhuunfaan maallaqa sobaan bittaa fi gurgurtaa raawwachuuf ture too’atame
Finfinnee, Muddee 25, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti namni dhuunfaan maallaqa sobaan bittaa fi gurgurtaa raawwachuuf ture eeruu uummataan too’atamuu Qajeelchi…