Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Garaagarummaan kan ittiin wal qarru malee, kan ittiin wal balleessinu ta’uu hin qabu –…
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad garaagarummaan kan ittiin wal qarru malee, kan ittiin wal balleessinu ta'uu hin qabu jedhan.
Dooktar Abiy seenaa…
Abbootiin amantaa hojiilee misoomaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Abbootiin amantaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan.
Daawwii proojaktootaarratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Naannoo Saariisitti balaa tiraafikaa qaqqabeen tajaajilli baabura salphaa Finfinnee yeroof adda cite
Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Naannoo Saariisitti balaa tiraafikaa qaqqabeen tajaajilli baabura salphaa Finfinnee yeroof adda cite.
Bu’uura misooma sarara baaburarratti balaa…
Preezdaant Saahilawarqii fi MM Abiy Preezdaant Isaayyaas waliin walargan
Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Ertiraa Isaayyas Afawarqii waliin wal arganiiru.…
Dhaabbanni ykn namni dhuunfaa meeshaa waraanaa qabu kamiyyuu dirqama galmeessisuu qabu- Abbaa…
Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Dhaabbanni ykn namni dhuunfaa meeshaa waraanaa qabu kamiyyuu waggoota lamaan dhufan keessaatti dirqama galmeessisuu akka qaban Abbaan Alangee…
Preezdaanti Isaayyas Afawarqii Finfinnee galan
Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii daawwii hojiitif har’a Finfinnee galaniiru.
Preezdaantichi turtii isaaniin Muummee Ministiraa FDRI Dooktar…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa namoota lamarratti dabalataan argame
Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota kuma 1 fi 560 taasifameen, namoonni 2 vaayrasii koroonaatiin qabamuun Ministeerri Fayyaa FDRI Dooktar…
Sirna Proojektii ijaarsa qindeessa ragaarratti mari’atame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa waliigalaa FDRI fi Eejansiin Nageenya Neetwoorkii Odeeffannoo Sirna Proojektii ijaarsa qindeessa ragaarratti mari’ataniiru.
…
Naannichaatti sagantaan duula arjooma dhiigaa labsame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa sagantaa duula arjooma dhiigaa labseera.
Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Milkaa’ina bara darbeerraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu…
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Milkaa'ina bara darbee irraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
…