Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Matakkalitti lammiilee buqqa’aan deebisanii dhabuuf kan hojjetan koreen galii walitti qabuu…
Finfinnee, Muddee 22,2013 (FBC)- Godina Matakkalitti lammiilee buqqa’aan deebisanii dhabuuf kan hojjetan koreen galii walitti qabuu naannichaan haammatame hunda’eera.
Itti…
Koonfiransii Qo’annoo fi Qorannoo Biyyoolessaa Yuunivarsiitii Koolleejii Poolisii Oromiyaatiin…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Koonfiransii Qo'annoo fi Qorannoo Biyyoolessaa Yuunivarsiitii Koolleejii Poolisii Oromiyaatiin Qophaa'ee.
Koonfiransii Qo'annoo fi Qorannoo…
Daandii Qilleensaa dorgommiisaa idil addunyaa eeggachuu fi caalumatti guddisuuf carraaqqii cimaan…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Daandii Qilleensaa dorgommiisaa idil addunyaa eeggachuu fi caalumatti guddisuuf carraaqqii cimaan taasisuu akka qabu ibsame.
Mana Maree Bakka…
Naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsi taasifamu cimee itti fufeera-Dooktar…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsa ariifaachisaa barbaadaniif deeggarsi taasifamuu cimee itti fufuu Hoji raawwachiisaan olaanaan bulchiinsa…
Biyya cimtuu fi hirkattummaa jalaa bilisa taate ijaaruuf tokkummaan dhaabbachuun amma –…
Biyya cimtuu fi hirkattummaa jalaa bilisa taate ijaaruuf tokkummaan dhaabbachuun amma - ambaasaaddar Suleemaan Daddafoo
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) - Biyya cimtuu fi hirkattummaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 468 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 468 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 5 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Dooktar Hiruut Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Iraan waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasaaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Iraan Saamaad Alii Laakiizaadeehi waliin dhimmoota waloorratti…
Duulli talaalli farra dhibee koleeraa eegalame
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Duulli talaalli farra dhibee koleeraa eegalamuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa beeksise.
Duulichi godina Gujii Lixaa aanaa Abbayyaatti eegalameera.…
Covid- 19 ittisuu fi too’achuuf deeggarsi meeshaalee taasifame
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti dhibee Covid-19 too’achuu fi ittisuuf dhaabbanni gargaarsaa ‘Seef Za Childiran’ jedhamu Ministeera Fayyaaf taableetoota 505 deeggarsa…
Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti balaa ibidaa tasa uumameen qabeenya irratti miidhaa qaqqaabsiise
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti balaa ibidaa tasa uumameen qabeenya irratti miidhaa qaqqaabsiise.
Balaan kun Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Ganda…