Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adabbii yakkamaa fi seeroota wixinee ragaarratti waltajjiin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa adabbii yakkamaa fi seeroota wixinee ragaarratti waltajjii gaggeessaa jira.
Adabbiin yakkamaa…
Ityoophiyaan jijjiirrama bu’uuraa taasiisaa jirti – Ambaasaaddar Girmaa Tamasgeen
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan jijjiirrama bu’uuraa taasiisaa jiraachuu Turkitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Girmaa Tamasgeen ibsaniiru.
Ambaasaaddar Girmaan turtii…
Naannoo Tigiraayitti adda citee kan ture jijjiirraan Birrii moofaa deebi’ee eegale
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) –Naannoo Tigiraayitti adda citee kan ture jijjiirraan Birrii moofaa deebi’ee eegaleera.
Jijjiirraan maallaqaa kun Sanbataa fi Dilbata dabalatee…
Ityoophiyaanoota Afaan Arabaan barreessaan waliin mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa fi daayreektarri jeneraalaa Pabliik Dippiloomaasii Ambaasaaddar Diinaa Muftiin Ityoophiyaanoota Afaan Arabaatiin…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 243 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 243 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 1 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Hayyoonni Seenaa fi barreessitoonni ijaarsaa biyyaa fi waliigatee biyyaaleessaa keessatti dirqama…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Hayyoonni Seenaa fi barreessitoonni ijaarsaa biyyaa fi waliigaltee biyyaalessaa uumurratti ga'ee irraa eegamu karaa ogummaa fi namuusa qabuun ba'uuf…
Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo daldalaa guddisuuf walii galan
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo daldalaa guddisuuf waliigalaniiru.
Aljeeriyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachow fi…
Rakkoo nageenyaa godina Matakkaliin walqabsiisee dabalataan hoggantonni olaanoo 2 shakkaman to’anna…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuuz rakkoo nageenyaa Matakkaliin wal qabsiisee dabalataan hoggantoonni olaanoo 2 har’a to’annaa jala oolu Biiroon Bulchiinsa…
Damee Albuudaan gabaa alaa guddisuun kallattii yeroo itti aanuti – Injiinar Taakkalaa
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Damee Albuudaan fedhii biyyaarratti xiyyeeffachuu fi gabaa alaa guddisuun kallattii yeroo itti aanu ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa…
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittitti daa’imman 2 boombii kufee argamee osoo xuxuqanii dho’uun lubbuun…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallitti aanaa 08 mana barnoota Daraartuu Tulluu dugda duubaatti har’a guyyaa keessaa sa’atii 8:30tti daa’imman 2 daa’imman boombii…