Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichaatti sagantaan duula arjooma dhiigaa labsame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa sagantaa duula arjooma dhiigaa labseera.
Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Milkaa’ina bara darbeerraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu…
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Milkaa'ina bara darbee irraa barachuun bara kanas biqiltuuwwan biiliyoona 5 dhaabuuf karoorfamuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
…
Albeemiin galiin isaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf oolu eebbifame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Albeemiin Muuziqaa 'Nigaat' jedhamu deeggarsa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf qophaa'e eebbifame.
Albeemiin kun Waldaalee damee…
Magaalichaatti konkolaattoota guyyaa eeyyamameefi ala socho’anirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti konkolaattoota guyyaa eeyyamameefi ala socho’an kuma 1 fi 351 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Koomishiniin Poolisii magaalichaa…
Dhaabbanni Nyaataa fi Qonna addunyaa Ityoophiyaaf Heeliikooptaroota 3 deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Nyaataa fi Qonna Addunyaa Ityoophiyaaf Heeliikooptaroota 3 dabalataan deeggarsa taasisuu isaa Ministeerri Qonnaa FDRI beeksise.
…
Ityoophiyaatti Sa’aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 2,016 taasifameen…
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Sa'aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii namoota kuma 2 fi 16 taasifameen hundinuu bilisa ta’uu isaanii Ministeerri Fayyaa FDRI…
Haguuggiin fuulaa fi qorichoonni seeraan alaa Birrii miiliyoona 2.4tti tilmaamamu to’ataman
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti haguuggiin fuulaa fi qorichoonni seeraan alaa Birrii miiliyoona 2.4tti tilmaamamu to’atamu ibsame.
Haguuggiin fuulaa…
Qamadii kilaasteraan misoomsuun bu’aa gaarii argamsiisaa – MM FDRI Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 24, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaatti Garbuun Kilaastera jallisiin misoomaa jiraachuu himameera.
Naannoo Oromiyaa, aanaa Jiddaatti…
Daa’immanii fi maatii harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Eebila 24, 2012(FBC)- Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa daa'imman daandirraa walitti qabamaniif deeggarsa taasise.
Biiroon Dhimma Hojjetaafi…
Ityoophiyaatti namoota dhibee koroonaan qabaman waliin namoota tuttuqaa qabaman 2,516f hordoffiin…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti Bitoottessa 3, 2012 eegalee namoonni namoota dhibee koroonaan qabaman waliin tuttuqaa qaban kuma 2 fi 516f hordoffiin taasifamaafii…