Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Duulli miidiyaalee hawaasaa ‘Raayiziing Ityoophiyaa’ jedhu eegalame
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Duulli miidiyaalee hawaasaa ‘Raayiziing Ityoophiyaa’ jedhu har’a eegalameera.
Duulicha Ministeera Dhimma Alaa, Tuurizim Ityoophiyaa fi …
Bulchiinsi magaalichaa faalama naannoo ittisuu fi too’achuuf dargaggoota 554 gara hojiitti galche
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Komishiniin Eeggumsa Naannoo fi Misooma Magariisaa magaalaa Finfinnee faalama naannoo ittisuu fi too’achuuf dargaggoota 554 leenjisaa ture…
Dhaabbileen projaktii “maaddii biyyaaf’’ nagaheen erguun maallaqa waadaa galan galii taasisan
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Dhaabbileen projaktii “maaddii biyyaaf’’ nagaheen erguun maallaqa waadaa galan galii taasisaniiru.
Haaluma kanaan;
Dhaabbata…
Baazaarii fi agarsiifni biyyaalessaa oomishtoota Indaastiriiwwan xixiqqaa fi giddugaleessaa baname
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Baazaarii fi agarsiifni biyyaalessaa oomishtoota Indaastiriiwwan xixiqqaa fi giddugaleessaa har’a bifa hoo’ina qabuun banameera.…
Ityoophiyaa damee albuudaan oomishuu kan ishee dandeesisu dandeettii biyyaalessaa uumuun, sharafa…
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Muummee Ministiraa Abiy Ahimad Ityoophiyaan albuudawwan uumamaa sona itti dabaluudhaan jireenya namoota karaa aadaatiin albuuda baasanii fi hawaasaa…
Jilli Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Hoospitaala Sadarkaa Jalqabaa fi Waliigalaa…
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) –Jilli Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Hoospitaala Sadarkaa Jalqabaa fi Waliigalaa Gambeelaa daawwate.
Dooktar Liyaa Taaddasaa…
Manneen barnootaa 8 ijaarsi isaanii xumuramuun wal hakaa fuudhinsaa fi tajaajilaaf qophii ta’an –…
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Manneen Barnootaa 8 Waajjira Giiftii Dureen ijaaraman xumuramuun wal harkaa fudhinsaa fi tajaajilaaf qophii ta’uu Waajjirri Giiftii Duree beeksise.…
Humni eeggumsa Rippaablikaanii duula olaantummaa seeraa kabachiisuu keessatti dirqama isaa ga’umsaan…
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) –Humni Eeggumsa Rippabliikaanii duula oolantummaa seera kabachiisu keessatti dirqamna itti laatame ga’umsaan ba’uu Ajajaa olaanaan Humna Eeggumsa…
Hidhatoonni ABO shanee 12 too’annoo jala oolan
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booraatti hidhattoonni ABO Shanee 12 to'annoo seeraa jala olfamuun himame.
Ajajaan Qajeelcha Poolisii godina Iluu Abbaa Booraa…
Jilli Preezdaantii Yuunivarsiitii Dirree Dawaa Dooktar Ubaah Adamiin durfamu Jibuutiitti daawwannaa…
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) –Jilli Preezdaantii Yuunivarsiitii Dirree Dawaa Dooktar Ubaah Adamiin durfamu Jibuutiitti daawwannaa taasise.
Mana barumsaa hawaasa Ityoophiyaa…