Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haala hundeeffama foormii idil addunyaa Yuunvarsiitiwwan Ityoophiyaarratti mari’atame
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) - Fooramii idila addunyaa dhaabbilee barnootaa olaanoo Ityoophiyaa hundeessuuf mariin gaggeeffame.
Ministir deettaan Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee…
Weerara vaayrasii koroonaa haala ittisun danda’amurratti mari’atame
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Ministiroonni damee Barnootaa, Saayinsii, Teekonooloojii fi Innooveeshiinii miseensota biyyoota gamtaa Afrikaa weerara COVID -19 irratti mari’atan.…
Shakkamtoonni sukkaaraa wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin walitti makuun damma jechuun…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Shaakkamtoonni sukkaaraa wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin walitti makuun damma jechuun gurguruuf qopheessaa turan to’atamuu isaanii…
Miseensonni boordichaa qabeenya namoota harka qalleeyyii deeggaruuf walitti qabame daawwatan
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Miseensonni Boordii sakkattoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa qabeenya lammiilee madda galii hin qabne deeggaruuf Bulchiinsi magaalaa Finfinnee…
Koreen Ministirootaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hundaa’e bu’aa gaarii argamsiiseera –…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Koreen Ministirootaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hundaa’e bu’aa gaarii argamsiisuu isaa Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dubbataniiru.…
Qonnaan Bultoonni oomisha jallisiirraa fayyadamoo akka ta’an hojjetamaa jira
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Qonnaan Bultoonni oomisha jallisiirraa kallattiin fayyadamoo akka ta’aniif hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uummaamaa Oromiyaa beeksise.…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa namoota lamarratti dabalataan argame
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii namoota 912 taasifameen, namoonni 2 vaayrasii koroonaatiin qabamuun mirkanaa'era.
Ministeerri Fayyaa…
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa hojjettoota addunyaa sababeeffachuun ergaa baga…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC ) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaan hojjettoota addunyaa bara kanaa walgargaaruu fi walii yaaduun kabajamuu qaba jedhan.
Baga…
Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf Ityoophiyaaf deeggarsa maallaqaa Doolaara…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf Ityoophiyaaf deeggarsa maallaqaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 11 raggaase.…
Weerara Vaayrasii koroonaa ittisuuf naannoo daangaatti to’annoo cimaan godhameera – obbo Musxaafee…
Finfinnee, Eebila 23, 2012 (FBC ) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf naannoo daangaatti to’annoo cimaan taasifamuu itti aanaan Preezdaantii naannoo Soomaalee obbo Musxaafee Mahaamad…