Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM FDRI Dooktar Abiy hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran waamicha dhiyeessaniiru.…
Sabbataatti fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa gaggeeffama jira
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Sabbataatti fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa gaggeeffama jira.
Fooramiin kun mata duree 'invasti taasisuuf hin turina,…
Manni maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz yaa’ii ariifachiisaa 6ffa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Manni maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz yaa’ii ariifachiisaa 6ffa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira.
Manni maricha rakkoo nageenyaa…
Ministeerri nageenyaa fi Komishiniin siiviil sarvisii karoora hojiilee walorratti mari’atan
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa fi Komishiniin Siiviil Sarvisii karoora hojiilee walorratti mari’ataniiru.
Hojjetaa siiviilii nagaa fi hawaasa ga’umsaan…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Gujii Lixaatti Hidha Gidaaboo aanaa Abayyaa daawwate
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Gujii Lixaatti Hidha…
Manni Maree Ispoortii Biyyaalessaa walga’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Manni Maree Ispoortii Biyyaalessaa walga’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira.
Walga’icharratti itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma…
Hanqinaalee tajaajila damee Haqaa naannoo Oromiyaatti muul’atan ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) – Komishiniin mirga namoomaa Ityoophiyaa hanqinaalee tajaajila damee Haqaa naannoo Oromiyaatti muul’atan ilaalchisee qaamolee haqaa naannichaa waliin marii…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin Daandii, tajaajilawwan buufataa fi bakka konkoolaattonni dhaabatan…
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jibuutiin Daandii, tajaajilawwan buufataa fi bakka konkoolaattonni dhaabatan foyyeessuuf waliigaluusaanii himame.
Jibuutiitti…
Hooggantoonni hojii olaanoo adeemsa olaantummaa seeraan kan miidhaman miseensoota raayyaa ittisa…
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) –Hooggantoonni hojii olaanoo adeemsa olaantummaa seeraan kan miidhaman miseensoota raayyaa ittisa biyyaa humna addaa naannoo Amaaraa daawwatan.…
Boordiichi Paartilee siyaasaa ulaagaa hin guunne 2 haqe
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Paartilee siyaasaa ulaagaa hin guunne 2 haqeera
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Paartii Biyyaalessaa Oromoo fi Paartii…