Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin Obbolummaa Ummattoota Somaalee fi Afaar taa’amaa jira
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) - Waltajjiin hariiroo Obbolummaa Ummatoota Somaalee fi Afaar caalmatti cimsu Finfinneetti taa’amuu eegaleera.
Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa…
Buufanni konkolaataa Qindaa’aan magaalaa Walisoo %95 qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) –Ijaarsi buufata konkolaataa Qindaa’aa magaalaa Walisoo %95 qaqqabuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojitiksii Oromiyaa ibse.
Buufatichi baajata Mootummaa…
Hidhi Maddisiisa Anniisaa Elektirikaa Kooyishaa haala rakkoo diinagdee uummattootaa furuu danda’uun…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Hidhi Maddisiisa Anniisaa Elektirikaa Kooyishaa haala rakkoo diinagdee uummattoota naannawaa daangaa Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaafi Naannoo Kibbaa…
Bara oomishaa 2017/18’tti ruuzii alaa galu hambisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Bara oomishaa 2017/18'tti fedhii ruuzii biyya keessaa guutuun kan alaa galu hambisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Mootummaan…
Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Sagantaa Afxiraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa qooda fudhattoota waliin ta’uun Sagantaa Afxiraa gaggeessuu ibse.
Tajaajilichi saganticha bakka…
Mul’anni biyyaalessaa meeshaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuu kan dhugoomu cimanii…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Mul’anni biyyaalessaa meeshaalee alaa galan kan biyya keessaan bakka buusuun of danda’uu kan dhugoomu kalaqa walitti fufiinsa qabuufi cimanii hojjechuun…
Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaan damee inarjiin tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) - Ministirri Bishaanii fi Inarjii Doktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Ministira Inarjii, Albuudaa fi Humna…
Deenimaark Itiyoophiyaatti Misooma Qonnaa Gabaarratti Xiyyeeffateef deeggarsa akka taasistu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Sagantaa Misooma qonnaa Kilaasataraa Gabaarratti xiyyeeffate irratti Ambaasaaddara Deenimaark Suun…
Itiyoophiyaan walga’ii Dhaabbata Daldalaa Addunyaarratti biyyoota 19 fi Baankii Addunyaarraa…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan walga’ii Dhaabbata Daldalaa Addunyaa 5ffaa irratti biyyoota 19fi Baankii Addunyaarraa deeggarsa argachuu Ministirri Ministeera Daldalaafi…
Dooktar Biqilaa Hurrisaan Aanaa Chahaatti Misooma Koriidarii Baadiyyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) –Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaa Paartii Badhaadhinaa Dooktar Biqilaa Hurrisaan Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Godina…