Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi daandii Asfaaltii naannoolee sadi walqunnamsiisu eegalame
Finfinnee, Muddee11, 2012 (FBC) – Ijaarsi Daandii Asfaaltii Oromiyaa, Naannoo Kibbaa fi Gaambeellaa qaxxaamuraan walqunnamsiisu eegalame.
Daanichi km 140.2 kan dheeratu yoo ta’u, Jimmaa,…
Walga’iin sadee Hidha Haaroomsaa eegalame
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Walga’iin 3ffaan hidha haaroomsaa Sudaan Kaartuumitti eegalame.
Ministeeroonni Bishaanii,Jallisii fi Iinerjii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi dhimma…
Gabaa ammayyaa’aa fi haqa qabeessa ta’e diriirsuuf hojjetamaa jira
Finfinee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Ejensiin Misooma Gabaa Oromiyaa rakkoo gabaa furuuf sirna gabaa ammayyaa'aa fi haqa qabeessa diriirsuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera.
Rakkoo gabaa…
Jilli Faransaay iddoowwan seena qabeessa Aksuumii fi Adwaa daawwate
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Jilli Faransaay iddoowwan seena qabeessa Aksuumii fi Adwaa daawwate.
Jilichaan itti aanaan Eetaa Maajoora Raayyaa Ittisa Biyyaa Faransaay; Leetanaal…
Rasaasni seeraan alaa too’annoo jala oole
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Rasaasni seeraan alaa kumni tokkoo fi 702 too’annoo jala ooluu Ministeerri Galiiwwaanii beeksise.
Guyyaa kaleessaa rasaasni garaagaraa buufata…
Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa Ityoophiyaaf liqaa fi deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.9 raggaasise
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa Ityoophiyaaf liqaa fi deeggarsa Doolaara biiliyoona 2.9 raggaasise.
Boordiin Dhaabbata Maallaqa Addunyaa fooyyessa…
Dhiiga osoo wal hin dibin Ityoophiyaa ijaarun ni barbaachisa jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Dhiiga osoo wal hin dibin Ityoophiyaa ijaarun ni barbaachisa jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy koonfaransii nageenyaa…
Obbo Tamasgeen Xiruunah ambaasaaddaroota Fiinlaandii fi Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah ambaasaaddaroota Fiinlaandii fi Faransaay waliin mari'atan.
Preezdaantichi Ityoophiyaatti…
Olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjetamaa jira- Abbaa Alangee Federaalaa
Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Olaantummaa seeraa mirkaneessuu fi malaammaltummaa ittisuu fi to'achuurratti hojjechaa jiraachuu Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa beeksise.
Fulbaana…
Obbo Gadduun, Muusaa Faakii waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw dura taa'aa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii waliin mari'atan.
Qophii yaa'ii…