Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggansi raayyaa ittisaa garee badii juuntaa TPLFn Onkololeessa 24,2013 affeerraa irbaataaf…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Hoggansa kanneen keessaa ajajaa olaanaa itti aanaa oopireeshinii ajaja Kaabaa Birgaadeer Jeneraal Addaamnah Mangistee dabalatee qondaaltonni olaanoo…
Koree Dhaabbii Dhimma Galii fi Baajataa qaala’insa gatii irratti xiyyeeffachun hojjechuu akka qabu…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Koree Dhaabbii Dhimma Galii fi Baajataa qaala’insa gatii irratti xiyyeeffachun hojjechuu akka qabu hubachiise.
Galiin idilee Mootummaa Federaalaa…
Obbo Dammaqaa mokonnin ministiroota dhimma alaa Kooriyaa Kibbaa fi Ayaarlaandi waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa mokonnin Ministira Dhimma Alaa Kooriyaa kibbbaa Kaang Kiyuung-Waahaa fi Ministira…
Injiinar Ayishaan hoggantoota Koorporeeshinii Misooma Indaastirii Paarkiiwwan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Misooma magaalaa fi konistiraakshinii Injiinar Ayishaa Mahaammad hoggantoota Koorporeeshinii Misooma Indaastirii…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Uhuuruu Keeniyaataan bulchiinsa Laamuu galan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan bulchiinsa Laamuu galan.
Turtii Maarsaabiit…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa naannoo Kibbaa hojmaata, ijaarsaa fi ergama paartichaarratti marii…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa naannoo Kibbaa hojmaata, ijaarsa, ergama paartichaa fi haala waqtaawaa irratti magaalaa Hawaasatti marii gaggeessaa…
Mootummaan olantummaa seeraa kabachiisuuf yakkamtoota seeratti dhiyyeessuuf hojjecha jiru akka…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Mootummaan olantummaa seeraa kabachiisuuf yakkamtoota seeratti dhiyyeessuuf hojjecha jiru akka deeggaran ibsan.
Mootummaan olantummaa seeraa…
Komishiniin Poolisii Federaala garee ijaarame tokko 20f jedhu qorannoon argachuu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) –Komishiniin Poolisii Federaala garee ABUT fi ABO shanee irraa ergama badii fudhachun garee ijaarame tokko 20f jedhu qorannoon argachuu beeksiseera.…
Manni Barumsa Bultii Addaa Maqaa Artist Haacaaluu Hundeessaatti Mogga’e Ijaarsisaa Saffisaa…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Manni Barumsa Bultii Addaa Maqaa Artist Haacaaluu Hundeessaatti Mogga'e Ijaarsisaa Saffisaa Jira.
Akka Oromiyaatti Mana Barumsaa Bultii Addaa 7…
MM FDRI Dooktar Abiy fi Preezdaantiin Keeniyaa jiraattoota magaalaa Mooyaalee waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan jiraattoota magaalaa Mooyaalee waliin mari’ataniiru.…