Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Beejiingitti Imbaasiin Ityoophiyaa fi Guwaanzhitti jilli Qonsilaa Ityoophiyaa Bulchiinsa naannoo…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) - Beejiingitti Imbaasiin Ityoophiyaa fi Guwaanzhitti jilli Qonsilaa Ityoophiyaa Bulchiinsa naannoo Jiyaangizhi waliin mari’ateera.
Chaayinaatti…
Itti Aantuu Kantiibaa Adaanach Abeebee ogeessoota qulqullinaa fi hawaasa naannoo Jaan Meedaa waliin…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) - Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee ogeessoota qulqullinaa fi hawaasa naannoo Jaan Meedaa waliin hojii qulqullinaa…
Oromiyaatti sirni Gadaa gosaa barnootan laatamuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Barnoonni sirna Gadaa akka gosa barnoota tokkootti laatamuu eegaleera.
Naannichatti barnoonni sirna Gadaa akka barnoota gosa…
Hojiin mootummaa inni jalqabaa bu’uraalee misoomaa suphuu fi lammiilee miidhaman deebisee dhaabudha-…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti hojiin mootummaa inni jalqabaa bu’uraalee misoomaa suphuu fi lammiilee miidhaman deebisee dhaabuu ta’u Dubbii himaan…
Aanaa cirootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaa aanaa Cirootti balaa tiraafiikaa qaqqabeen lubbuun Namoota 8 darbeera.
Godina Harargee Lixaa aanaa Ciroo Araddaa Yaabdoo Bobbaasaa…
Finfinneetti manneen waliin jireenyaa kumni 26 ol ijaarramuufi
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)-Eejansiin Ijaarsaa fi Dizaaynii bulchiinsa magaalaa Finfinnee bara baajata 2013tti manneen waliin jireenyaa kuma 26 ol ijaaruuf qophii ta’uu beeksise.…
Komishiniin Pilaanii fi Misoomaa magaalaa finfinnee caasaa pilaanii hojiirra oolchuuf dhaabbilee…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) - Komishiniin Pilaanii fi Misoomaa magaalaa finfinnee caasaa pilaanii hojiirra oolchuuf dhaabbilee pilaanii raawwachiisan 8 waliin waliigaltee…
Waggoota lamaan darbanitti hojiiwwan jijjiiramaa raawwate keessa qabiinsi mirga namoomaa…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Komishiniin manneen amala sirreessaa federaalaa waggoota lamaan darbanitti hojiiwwan jijjiiramaa raawwate keessa qabiinsa mirga namoomaa sirreeffamtoota…
Waliigalteen sirna Gumuruukaa fooyyessuuf gargaaru mallattaa’e
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) -Waliigalteen sirna Gumuruukaa fooyyessuuf gargaaru mallattaa’e.
Qajeelfama komishinii Gumuruukaa si’ataa, ifaa fi waliinga’insa akka qabaatuf…
Adaamaatti manneen barumsaa Ifa Boruu 3 ijaaruuf dhagaan bu’uura ka’ame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti manneen barumsaa Ifa Boruu 3 ijaaruuf dhagan bu’uura ka’ameera.
Dhaga bu’uuricha sadarkaa itti aanaa preezdantiitti…