Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Inarjii, Albuudaafi Humna Haaromfamaa Aljeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Ministirri Ministeera Inarjii, Albuudaafi Humna Haaromfamaa Aljeeriyaa Mahaammad Arkaab Finfinnee galaniiru.…
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii idilee 7ffaa bara hojii 4ffaa magaalaa Gaambeellaatti gaggeessuu egaleera.
Manni Marichaa gabaasa raawwii…
Horteewwan Jahan Bachoo Godaansa Gadaa Muudanaatiif Baallii Gadaa Meelbaa irraa fuudhuuf qophii…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) – Horteewwan Jahan Bachoo Malkaa Ateeteetti wal-arguun Godaansa Gadaa Muudanaatiif Baallii Gadaa Meelbaa irraa fuudhuuf qophii gaggeessaniiru.…
Raabsii fi dhiyeessiin xaa’oo seera alummaaf akka hin saaxilamne hojiin diijitaalessuu…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) – Raabsii fi dhiyeessiin xaa'oo biyyoo seera alummaaf akka hin saaxilamne hojiin diijitaalessuu hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Lammiileen hundi daa’imman rakkoo saalessa sammuu qabaniif deeggarsa gochuu qabu –…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) –Lammiileen hundi daa'imman rakkoo saalessa sammuu qabaniif deeggarsa barbaachisu akka taasisan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen gaafatan.…
Ministeerichi tola ooltoota biyyaalesssaa kuma 3 ol eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) –Ministeerri Nageenyaa Yuunivesiitiwwan garaagaaraa waliin ta'uun dargaggoota leenjii tajaajila Tola Ooltummaa biyyaalessaa leenjisaa ture kuma 3 fi 400…
Mootummaan gaaffii fi rakkoo ummataa bu’uurarraa furuuf hojjechaa jira-Obbo Namarraa Bulii
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa gaaffii fi rakkoo ummataa bu’uurarraa furuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhan Itti Gaafatamaan Damee Siyaasaa fi Ijaarsa…
Guyyaan hanqina guddina Sammuu Idil Addunyaa Finfinneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) –Guyyaan hanqina guddina sammuu Idil Addunyaa Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree ‘Sirnoota deeggarsa keenyaa haa…
Tajaajila qulqulluu fi si’ataa kennuuf xiyyeeffannaan hojjenna – kantiibaa Adaanach…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) - Tajaajila qulqulluu fi si'ataa kennuuf xiyyeeffannaan hojjechuu akka itti fufan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsan.
Fuula miidiyaa…
Ingiliz tattaaffii Itiyoophiyaan nageenya fayyaa mirkaneessuu keessatti qabdu akka deggertu ibsite
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) - Ingiliz tattaaffii Itiyoophiyaan nageenya fayyaa mirkaneessuu keessatti qabdu deggeruuf kutannoo akka qabdu beeksiste.
Ministirri fayyaa doktar…