Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara 2017’tti imala guddinaa bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara 2017’tti imala guddinaa bara 2018’f bu’uura ta’u galmeessineerra jedhan.
Ministirri Muummee Dooktar…
Midrook meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 olii deeggarsa taasise
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Gareen Invastimantii Midrook meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 70 ol baasan deeggarsa taasise.
Meeshaaleen kunneenis…
Haroon Haramaayaa bakka hawwata turistii akka ta’uuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017( FMC)- Haroo Haramaayaa kunuunsuun bakka hawwata turistii akka ta’uuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Bulchiinsi Magaalaa Maayaa.
Bara kana piroojektiin…
Guyyoottan itti aanaan Roobni gannaa caalmaatti cimee itti fufa
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Guyyoottan itti aanaan naannawaa hedduutti hammi Rooba gannaa caalmaatti cimee itti fufa jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa.…
Tajaajila Immigireeshinii si’ataa yeroo madaalu kennuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Tajaajila Immigireeshinii si’ataa yeroo madaalu kennuuf hojjetamaa jira jedhan Daayrekterri Olaantuun Tajaajila Lammummaa fi Immigireeshiinii Salamaawiit…
Dooktar Moggaa Firrisaan boqotan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Dooktar Moggaa Firrisaan addunyaa kanarraa du’aan boqotan.
Qabsaa’aan gameessi seenaa qabsoo Oromoo keessatti gumaacha guddaa qabanii fi hundeessaa fi…
Barri Baajataa 2017 bara milkaa’inaati –Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) –Barri Baajataa 2017 bara cichoominaa fi milkaa’inaati jedhan Pireezidaantii itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah.
Paartiin Badhaadhinaa…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 9ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 9ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa qaboo yaa’ii, yaa’ii ariifachiisaa…
Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii bara 2017 gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii xumuraa bara 2017 magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeessuu eegaleera.
Waltajjicharratti Pireezidaantii itti aanaa…
Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Du'aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu…