Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Somaaleetti ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 44…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Naannoo Somaaleetti ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 44 oliin hojjetamu eegalchiifamuun ibsameera.…
Manni marichaa mirga himatamuu dhabuu miseensa tokkoo kaase
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Manni Maree Beenishaanguul Gumuz mirga himatamuu dhabuu miseensa tokkoo kaaseera.
Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen mirga…
Humna Namaa ga’umsa qabu horachuurra darbee qulqullinaaf xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jira…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Humna Namaa ga’umsa qabuu fi dorgomaa ta’e horachuurra darbee qulqullinaaf xiyyeeffannoon addaa kennamee hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Hojii fi…
Waltajjiin waloo Nageenyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Finfinnee taa’amaa jira
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Waltajjiin Waloo Nageenyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Finfinnee taa’amaa jira.
Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Magaalaa Finfinnee waliin dhimmoota…
Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2017 (FMC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Adaamaatti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Aadde Sa'aadaan Waajjira Koompilesii, Hojii ‘SMART…
Sagantaan galateeffannaa walharkaa fudhiinsa baallii Gadaa 72ffaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Sagantaan galateeffannaa walharkaa fudhiinsa baallii Gadaa 72fffaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa sagantaa Afxiraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa sagantaa Afxiraa Hoteela Iskaayilaayititti gaggeesseera.
Kaayyoon sagantichaa waloomaa fi obbolummaa cimsuuf akka…
Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Ruwaanadaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Ruwaandaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaa fi jilli isaanii mooraa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Jilichaaf…
Itiyoophiyaan teessoo Giddugala To’annoo fi Ittisa Dhibeewwanii Afrikaa ta’uu isheen kabajatu itti…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan dhaabbata fayyaa hawaasa addaa Gamtaa Afrikaa kan ta’e Giddugala To’annoo fi Ittisa Dhibeewwanii Afrikaa (Africa CDC) ta’uu isheen…
Itiyoophiyaafi Raashiyaan haala humna galaanaa irratti waliin hojjechuu danda’an irratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Humnoonni Galaanaa Itiyoophiyaafi Raashiyaa haala waliin hojjechuu danda’an irratti mari’ataniiru.
Jilli Ajajaa Itti Aanaa Humna Galaanaa Raashiyaa…