Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Walga’ii Garee Teekinika Qonnaa BRICS irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Walga’ii jalqabaa Garee Teekinika Qonnaa BRICS 2025, Biraaziil Biraaziiliyaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jira.…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Ruwaandaaf kennaa adda addaa kennan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) -Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoor Shumii Waliigalaa Ruwaandaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaaf…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Angoolaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Angoolaa fi dura taa'aa yeroo gamtaa Afrikaa Joo'aawoo Maanu'eel Goonkaalvees waliin…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Kuubaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Roodiriigeez Paariilaa waliin mari'ataniiru.
Har'a…
Dhaabbileen Faayinaansii tattaaffii jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf taasiifamu akka tumsan…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Dhaabbileen Faayinaansii tattaaffii jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf taasiifamu akka tumsan Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa gaafateera.…
Godina Shakkaa Magaalaa Fideetti Mukti guddaan kufuun lubbuu namoota 7 galaafate
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Shakkaa Magaalaa Fideetti Mukti guddaan kufuun lubbuu namoota 7 galaafachuu ibsame.
Balaan gabaa gidduutti…
Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan dameewwan waraanaa garaagaraan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Itaamaajoor Shuumeen Waliigalaa Humna Waraanaa Itiyoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuun Juulaan gita isaanii Ruwaandaa Jeneraal Muubaarak Mugaagaa waliin…
Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad
Daandii Dirree
Kaleessa sosochii garaagaraa magaalaa Dirre Dhawaa daawwadheera. Guddinni Dirre Dhawaan daran ammayyoomuuf taasistu dinqisiisaadha.
Dirreerraa wantoota jahan kanneen haa…
Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbii argachuuf hojjechuu qabdi…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniitti teessoo dhaabbii argachuuf hojjechuu akka qabdu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen…
Obbo Adam Faaraah Ministira Dhimma Alaa Kuubaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) – Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…