Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Dhimma Alaa Kuubaa Masaraa Biyyaalessaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Eedwaardoo Roodiriigeez Paariilaan Masaraa Biyyaalessaa daawwataniiru.
Daawwannaa isaaniin,…
Pireezidaantiin Angoolaa Finfinnee galan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Dura Taa’aan Yeroo ammaa Gamtaa Afrikaa fi Pireezidaantiin Angoolaa Joo’awoo Looreenzoon Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita Buufata Xiyyaraa…
Seerootni wayita bahan faayidaa ummataa fi biyyaaf argamsiisan bu’uura godhachuu qabu – Af Yaa’ii…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Seerootni haaraan wayita bahan faayidaa ummataa fi biyyaaf argamsiisan bu’uura godhachuu akka qaban Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Ministirri Dhimma Alaa Kuubaa Paarkii Michummaa Itiyoo-Kuubaatti Abaaboo kaa’an
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Kuubaa Biruunoo Eedwaardoo Roodiriigeez Paariilaan Paarkii Michummaa Itiyoo-Kuubaatti Abaaboo kaa’aniiru.
Daawwannaa…
Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 gara biyyaa deebi’aniiru.
Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa…
Nageenya waaraan mirkaneessuuf duudhaa sirna Gadaa fayyadamuun barbaachisaadha – Qorattoota
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Nageenya waaraan mirkaneessuuf tattaaffiilee eegalaman duudhaa sirna Gadaan tumsuun barbaachisaa ta’uu Qorattoonni Sirna Gadaa ibsan.
Walharkaa…
Qabeenya Tuurizimii misomsuun fayyadamummaa waaraa mirkaneessuun barbaachiisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC)- Tumsaan qabeenya tuurizimii misoomsuu fi beeksisuun fayyadamummaa waaraa mirkaneessuun barbaachiisaa ta’uu Ministirri Ministeera Tuurizimii…
Misoomni Koriidarii magaalaa Harar jireenyaa fi Tuuriziimiif haala mijataa uume – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Hojiin Misooma Koriidarii magaalaa Harar jireenyaa fi Tuuriziimiif haala mijataa uumuu ilaalleerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Konkolaattota annisaa haareffamuun hojjetan baay’isuun sharafa alaa ba’u xiqqeessuu barbaachisa-…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Doktar Alamuu Simee Konkolaattota annisaa haareffamuun hojjetan baay’isuun sharafa alaa boba’aaf ba’u…
Dooktar Abiy Ahimad Dirre Dhawaatti simataman
Finfinnee, Bitootessa 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Dirre Dhawaa galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad wayita buufata Xiyyaaraa Idil…