Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lafti sirnaan kunuunfamuu qaba-Dooktar Tashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Lafti qabeenya olaanaa waan ta'eef sirnaan kunuunfamuu akka qabu Kantiibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsan.
Koonfiransiin Lafaa…
FMC fi Yuunivarsiitiin Boongaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii fi Yuunivarsiitiin Boongaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Dhaabbiileen lameen ijaarsa Piroojektii…
Qonna gannaarra hanga ammaatti oomishni kuntaallii miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 20 ol walitti…
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Qonna gannaarra hanga ammaatti oomishni kuntaallii miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 20 ol walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bara oomisha…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Jibuutiitti Bakka Bu’oota Hawaasa Itiyoophiyaa waliin…
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Jibuutiitti Bakka Bu'oota Hawaasa Itiyoophiyaa waliin dhimmoota garaagaraarratti…
Hojiilee Daldala seeraan alaa faayidaa biyyaa miidhan to’achuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Mootummaan hojiilee daldalaa seeraan alaa faayidaa bu'uuraa biyyaalessaa miidhan to'achuuf hojiileen hojmaataa fi imaammataan deeggaraman hojjetamaa jiraachuu…
Hojiileen Qonnaa dhiyeessii galteewwanii fi Makanaayizeeshiniin eegalaman jijjirama fidaa jiru-Obbo…
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Naannoo Tigraayitti qonna ammayyeessuuf hojiin dhiyeessii galteewwanii fi Makanaayizeeshiniin eegalaman jijjiramaa fidaa jiraachuu Pireezidaantiin Bulchiinsa…
Konfiraansiin Jalqabaa Idil Addunyaa Jallisii fi Oomishtummaa Finfinneetti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)-Konfiraansiin Jalqabaa Idil Addunyaa Jallisii fi Oomishtummaa Jijjirama qabeenya Qilleensaa dandamatu bara faranjoota 2025 Magaalaa Finfinneetti kan…
Wayita kirkirri lafaa mudatu maal gochuu akka qabdan beektu?
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Yeroo ammaa naannawaa Awaash Fantaalleetti kirikirri lafaa reektara iskeelii garaagaraa galmeessise mudachaa jira.
Wayita kirkirri lafaa mudatutitti of…
Inisheetiivichi Sadarkaa Idil Addunyaatti humna namaa ga’umsa qabu horachuuf gargaara jedhame
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Inisheetiiviin koodaroota Itiyoophiyaanota miiliyoona shanii Sadarkaa Idil Addunyaatti humna namaa ga’umsa qabu horachuuf akka gargaaru Ministirri Dhimmoota…
Konfiransiin Lafaa Magaalaa Shaggar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Konfiransiin Lafaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar mata duree "Bulchiinsa Lafaa Ammayyaawaa fi Itti fufiinsa Qabu Badhaadhina hundagaleessaaf” jedhuun…