Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Geediyoon Ministira Alaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa Sudaan Kibbaa haaraa muudaman Ambaasaaddar Manday Semaayaa Kumbaa waliin…
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa harka qalleeyyiif maaddii qoode
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun kutaalee hawaasa harka qalleeyyii kuma 2 oliif maaddii qoodeera.
Qaama miidhamtoota…
Gaarummaa fi arjummaa baay’isuun dhaloota egeree ijaaruuf qooda olaanaa qaba – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Aadaa maaddii waliif qooduu caalmaatti cimsuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Obbo Dastaa Leeddaamoon kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa qabaniif maaddii qoodan
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leeddaamoon Ayyaana Soomaa Hiikaa sababeeffachuun magaalaa Hawaasatti kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa…
Naannawaa Daangaa Qilleensaa Itiyoophiyaa haleellaa kamiiyyuurraa qolachuurra darbee hojii seenaa…
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Naannawaa Daangaa Qilleensaa Itiyoophiyaa haleellaa kamiiyyuurraa qolachuurra darbe hojii seenaa haaromsuu itti fufna jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Agarsiifnii fi Baazaariin magaalaa Shaggaritti baname qaala’iinsa gatii tasgabbeesse –…
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) –Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun Agarsiifnii fi Baazaariin kutaalee magaalaa Shaggaritti baname qaala’iinsa gatii tasgabbeessuu Waajjirri Daldalaa…
Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Kaatoolikii biratti…
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Kaatoolikii biratti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Ayyaanichi Mana…
Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoota hordoftoota Amantaa Ortodoksii Waloomaa biratti…
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ayyaanni yaadannoo Fannoo Iyyesuus Kiristoos hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Waloomaa biratti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Ayyaanichi…
Daawwannaa hojii Veetnaamiin waliigalteewwan tumsa biyyoota lamaanii cimsan taasiifaman – Dooktar…
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Daawwannaa hojii Veetnaamiin waliigalteewwan tumsa biyyoota lamaanii caalmatti cimsan taasiifamuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Baatiwwan saglan darban keessa Killeen biiliyoonni 6.3 fi Qurxummiin Tooniin kumni 100 fi kumni 92…
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Baatiwwan saglan darban keessa Killeen biiliyoonni 6.3 fi Qurxummiin Tooniin kumni 100 fi kumni 92 oomishamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Erga sagantaan…