Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi Ismaart Siitii Adaamaa kenniinsa tajaajila si’eessuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) – Kenniinsi tajaajila diijitaalaa magaalaa Adaamaa sirna hojimaataa mootummaa ammayyeessuurra darbee kenniinsa tajaajila si’eessuu Ministirri Tajaajila…
Odeeffannoo sobaa qolachuuf odeeffannoo dhugaa waliin gahuu barbaachisa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) – Dameen miidiyaafi Kominikeeshinii odeeffannoo qindaa’aa fi walsimu waliin gahuu akka danda’uuf deeggarsiifi hordoffiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli…
Uummani hojii Haaromsa aadaa, misoomaa fi nagenya mirkaneessuuf tumsuu qaba – Obbo Shimallis…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) – Uummani hojii Haaromsa aadaa, misoomaa fi nagenya mirkaneessuuf tumsuu akka qabu Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa hubachiisan.…
Guddummaa Oromoo fi sirna gadaa caalmaatti addunyaatti beeksisuuf hojjetamaa jira- Aadde Jamiilaa…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) – Guddummaa Oromoo fi sirna gadaa caalmaatti addunyaatti beeksisuuf hojjetamaa jiraachuu Hoggantuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Aadde Jamiilaa…
Abbaan Gadaa Guyyoo Boruu Uummanni tokkummaa isaa eeggachuun misoomaa fi nageenya akka mirkaneessu…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017(FMC) - Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa ta’uun baallii gadaa kan fudhatan Guyyoo Boruu Guyyoo uummanni tokkummaa isaa eeggachuun misoomaa fi nageenya …
Dhaloonni ammaa aadaa keenya cimsuun dhaloota dhufuuf dabarsuu qaba- Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017 (FMC) – Dhaloonni ammaa aadaa keenya cimsuun dhaloota dhufuuf dabarsuu qaba jechuun Abbaan gadaa duraanii Booranaa Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo dhaaman.…
Abbaan Gadaa Guyyoo Boruu Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa ta’uun Baallii fudhatan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017 (FMC) – Sirni walharkaa fuudhiinsi Baallii Gadaa Booranaa 72ffaan gaggeeffameera.
Guyyaa har'aa Abbaan Gadaa Booranaa 71ffaan Kuraa Jaarsoo Abbaa Gadaa…
Manni Maree Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017 (FMC) – Manni Maree Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa guyyaa har’aa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjii kanarratti Ministira Qindeessaa…
Dooktar Alamuu Simeen abbootiin amantaa gahee tokkummaa cimsuu keessatti qaban akka itti fufan…
Finfinnee, Guraandhala 30, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen kaleessa galgala Imaamota aanaa Martiifi jiraattota magaalaa Abboomsaa waliin…
Sirna Heera mootummaa humnaan diiguun akka hin danda’amne tarkaanfii fudhatameen…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatame Sirna Heera mootummaa humnaan diiguun akka hin danda'amne mirkaneessuu…