Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Gabaawwan Sanbataa gara giddugala Gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti guddisuuf…
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti Gabaawwan Sanbataa gara Giddugala Gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa.…
Itiyoophiyaan yaa’ii jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaa irratti muuxannoo ishee ni qooddi
Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Ministeerri Dhimma Alaa Itiyoophiyaan yaa’iiwwan jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaafi yaa’ii Afrikaa- Kaariibiyaan irratti muuxannoo ishee ni qooddi…
Naannoon Hararii Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 8.7 raggaasise
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Hararii baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 8 fi miiliyoona 700 gochuun raggasiseera.
Manni Marichaa yaa’ii idilee 8ffaa Marsaa…
Hojiilee teeknooloojii cimaa ijaaruuf dandeessisan irratti xiyyeeffannoon ni hojjetama-Ministeera…
Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan hojiilee teeknooloojii cimaa ijaaruuf dandeessisan irratti xiyyeeffannoon ni…
Itiyoophiyaa Invastimanti Hooldingisi fi Daangootee Giruuppi gidduutti waliigaltee qooda…
Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Itiyoophiyaa Invastimanti Hooldingisi fi Daangootee Giruuppi gidduutti waliigaltee qooda…
Tajaajilli Giddugala tokkoo Masob naannolee Oromiyaafi Amaaraatti eegaluufi
Finfinnee, Hagayya 22, 2017(FMC)- Tajaajilli Giddugala tokkoo Masob baatii Fulbaanaarraa eegalee naannolee Oromiyaafi Amaaraatti magaalota garaagaraatti ni jalqaba.
Akka Itti aanaa…
Itiyoophiyaa fi Paakistaan tumsa damee Humna Qilleensaan qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Paakistaan hariiroo gamlamee damee Humna Qilleensaan qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…
Godina Geediyootti Sigiga lafaan lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) –Godina Geediyoo Aanaa Reephitti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 9 darbe.
Balichi halkan edaa Sa’aatii 5tti kan mudate ta’uu Qajeelchi…
Walitti hidhamiinsa Afrikaa dhugoomsuuf miidiyaaleen ga’ee guddaa qabu – Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Walitti hidhamiinsa Afrikaa dhugoomsuuf miidiyaa fi kominikeeshiniin ga’ee guddaa qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar…
Dhaloonni xiiqii misoomaa barootaaf irra jiru Hidha Haaromsaa Guddichaan guuttachuu danda’eera –…
Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC) – Dhaloonni humna ofii fi irree isaa jabaan xiiqii misoomaa barootaaf qabu Hidha Guddicha Haaromsaan milkeeffachhu danda’eera jedhan Ministirri Ministeera…