Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qondaaltonni WBO Mootummaa waliin walgaltee mallattteessa Bishooftuutti hojiilee Misoomaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)-Qondaaltonni WBO Mootummaa waliin dhiyeenya walgaltee nagaa mallattteessan Bishooftuutti hojiilee Misoomaa daawwataniiru.
Miseensonni Jaal Sanyii…
Jiraattonni hiriira ba’uun waamicha nagaa taasisan
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)-Jiraattonni Godinaalee Oromiyaa garaagaraa miseensota WBO bosonatti hafaniif irra deebiin waamicha nagaa dabarsaniiru.
Haaluma kanaan Godina Shawaa…
Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa’an
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa'aniiru.
Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu'eel Maakroon waliin dhimmoota waloorratti mari'atan.
Pireezidaanti Imaanu'eel…
Naannawaa Fantaalleetti kirkirri lafaa mudate
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Har'a Waaree dura sa'aatii 5:20 irratti Naannawaa Fantaalleetti kirkirri lafaa mudachuu Yuuniversiitiin Finfinnee beeksise.
Fantaallee bakka kana dura…
Komishinichi dhiibbaa uumtota waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa jira
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaaleessaa qaamoole dhageettii hawaasaa qabaniifi dhiibbaa uumuu danda'an waliin Magaalaa Adaamaatti mari'achaa jira.
Bakka…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 43tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 43tti tilmaamamu to’atamu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Meeshaaleen kunneen Mudde 4 –…
Misoomni Koriidarii Magaalaa Shaggar akka dura jedhameen hojitti hin galle – jiraattota
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) –Hojiin misooma Koriidarii Magaalaa Shaggar baatii sadi dura eegalame saffisa jedhameen hojitti hin galle jechuun jiraattonni magaalichaa komatan.…
Nageenya foyya’aa naannichatti mul’ate hordofee hojiileen misoomaa qabatamaan bu’aa argamsiisaa…
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC)- Nageenya fooyya’aa Naannoo Amaaraatti mul’ate hordofee hojiileen misoomaa fi bu’aaleen imala badhaadhinaa eegalamuuf ragaa ta’an qabatamaan mul’achaa…
Oromiyaatti hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoona 56 ol walitti qabamuu…
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti callaa kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 56 ol walitti qabamuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise.
Oromiyaatti…