Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Piroojektoonni misooma jallisii karoora qabameen hojjetamaa jiru- Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Hojiileen piroojektoota misooma jallisii karoora qabameen hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay…
Milkaa’inoonni dameewwan diinagdee guguddoon galmaa’an lammiileef carraa hojii uumuuf gumaacha…
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Milkaa’inoonni dameewwan diinagdee guguddoon galmaa’an lammiileef carraa hojii uumuuf gumaacha olaanaa taasisuu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde…
Eemireetonni Araba Gamtoomanii tattaaffii Itiyoophiyaan miseensa baankii BRICS ta’uuf taasistu akka…
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Eemireetonni Araba Gamtoomanii tattaaffii Itiyoophiyaan miseensa baankii BRICS ta’uuf taasistu kan deeggartu ta’uu ibsiteerti.
Eemireetota Araba…
Hojiileen dippiloomaasii faayidaa biyyaaleessa kabachiisan hojjetamaniiru – Dooktar Geediyoon…
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Baatiwwan salgan darban keessa hojiileen dippiloomaasii faayidaa biyyaaleessaa Itiyoophiyaa kabachiisan bu’aa qabeeyyiin hojjetamuu Ministirri Ministeera…
Galmoota Badhaadhinaa milkeessuuf dhaabbileen cimanii hojjechuu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Galmoota Badhaadhinaafi karoorawwan waggaa milkeessuuf dhaabbileen cimanii hojjechuu akka qaban Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Itiyoophiyaafi Biraaziil tumsa damee nageenyaan qaban cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Biraaziil tumsa damee nageenyaan qaban cimsuuf mari’ataniiru.
Biraaziilitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Li’uulsaggad Taaddasaan Ministira…
Seenessi waloo duudhaa obbolummaa sabdaneessaa irratti hundaa’e ijaarameera- Obbo Haayiluu…
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Hojii gama kominikeeshiiniin hojjetameen seenessi waloo duudhaa obbolummaa sabdaneessaa irratti hundaa'e ijaarameera jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaafame
Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balaallii filatamaa Afrikaarraa dhiyeessi nyaataafi tajaajila xiyyaara ‘Air bus A350-1000’ dursee hojiitti galche jedhamuun…
Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Dhimma Alaa Jibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayeen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Jibuutii Abdulqaadir Huseen Oomaar waliin…
Itiyoophiyaafi Aljeeriyaan dameewwan tumsaa garaagaraa irratti waliigaltee waliif mallatteessan
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Aljeeriyaan dameewwan tumsaa hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuu dandeessisan irratti waliigaltee waliif mallatteessan.
Walga’iin Waloo…