Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Muummee Itti Aanaa Rippabilikii Cheek Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Jilli Ministira Muummee Itti Aanaa fi Ministirri Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Rippabilikii Cheek Maariyaan Juureeskaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa…
Miseensonni WBO karaa nagaan galuu itti fufaniiru
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Waliigaltee Mootummaa fi WBO gidduutti taasifame hordofee miseensonni WBO karaa nagaan galuu itti fufaniiru.
Haaluma kanaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa…
Itiyoophiyaan Kaateediraalli Noordaam Gootik tajaajilaa eegaluun hawwii gaarii qabdu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Waggoota shaniin dura balaa ibiddaan mudateen hojii suphaa gaggeeffamaa kan ture Mana Amantaa Kaatoolikii Umrii Dheeraa Lakkoofsisee Kaateediraalii…
Itiyoophiyaa hunda keenyaa ni bu’uuressina-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Miiraa fi fiinxaalessummaarraa of qoqqobuun tokkummaa cimsuun Itiyoophiyaa kan hunda keenyaa taatee ni bu’uuressina jechuun Pireezidaantii Itti Aanaan…
Filannoon daandii nagaa Itoophiyaa qe’ee sabaa fi sablammootaa ceessisa-Aadde Sa’aadaa…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Filannoon daandii nagaa hordofames, imala guddinaa fi abjuu badhaadhinaa qabame, milkeessa; Itiyoophiyaa qe'ee sabaa fi sablammootaa ta’uun beekamtu…
Oromiyaatti dubartoonni miiliyoona 9.9 fayyadamtoota hawaas- diinagdee ta’aniiru-Biiricha
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti dubartoonni miliyoona 9.9 waldaan gurma'aanii fayyadamtoota hawaas-dinaagde ta'uu Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Oromiyaa…
Humna alaa bilisummaa keenya sarban waloon jilbeenfachiisuun tokkummaa keenya itti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Ityoophiyaanonni humna alaa bilisummaa isaanii sarban kamuu waloon jilbeenfachiisuun tokkummaa isaanii itti fufsiisaniir jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Guyyaa sabaa fi sablammootaa 20ffaa Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa akka qopheessuu murtaa’e
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Guyyaa sabaa fi sablammootaa 20ffaa Naannoon Giddugaleessaa Itiyoophiyaa akka qopheessu murtaa’e.
Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa, ummatootaa Itiyoophiyaa…
Dooktar Abiy hidhattoonni Nageenya Itiyoophiyaaf akka dhaabbatanii fi daandii nagaa akka filatan…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Akkuma hidhattoonni Naannoo Oromiyaa keessa socho'aa turan karaa nagaa filatan, hidhattoonni naannolee biroo keessa socho’anis nageenya Itiyoophiyaaf akka…
Jijjiiramaa as hojiileen tokkummaa cimsan hojjtamaniiru-Obbo Aganyawu Tashaagar
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Jijjiiramaa as hojiileen tokkummaa ummatootaa cimsan bal'aan hojjtamuu Afyaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar ibsan.
Guyyaan sabaa fi…