Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuuniivarsiitichi qorannoo irratti hundaa’uun rakkoolee hawaasichaa furaa jira
Finfinnee,Caamsaa 20, 2017 (FMC) – Yuuniivarsiitiin Haromaayyaa rakkolee hawaasumaa fi dinagdee hawaasaa furuuf qorannoo fi qo’annoon geggeessuun hojii hojjechaa tureen bu’aalee…
Sirna haqaa cimsuuf qindoominni dhaabbilee raawwachiistota haqaa murteessaadha
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC )- Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Teewoodiroos Mihirat sirna haqaa cimsuuf qindoominni dhaabbilee raawwachiistota haqaa murteessaadha…
Goondar Kibbaatti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC )- Godina Goondar Kibbaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbun namoota 7 darbe
Balichi Konkolaataan deddeebisaa uummataa Minibaasii namoota 18 fe’ee Goondar…
Hojiirra oolmaan Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob agarsiistuu kutannaa fi mul’ata hoggantummaa ti –…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Rippaabilika Azarbaajaan Ruslaan Naasiiboov, dhiyeenyatti hojii kan eegale Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob ariitiin…
Balaawwaniif dandeettii ofiin deebii kennuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017(FMC) – Itiyoophiyaatti eeggattummaan %86 hir’achuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa beeksise.
Komishinarri Komishinichaa Ambaasaaddar Dooktar…
Utubaawwan dinagdee mandhalee guddisuuf ittifayyadama hubannoo namtolchee cimsuu barbaachisa
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti hubannoo namtolcheetti fayyadamuun guddina dameelee utubaawwan dinagdee mandhalee ariifachiisuun bu’aa guddaa akka qabu hayyoonni…
Finfinneen hojiilee misomaa magaalaa Dippiloomaasii Idil addunyaa ta’uu ishee madaalan…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) –Dura Taa'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf Kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee waliin mari'atan.
Magaalaa Finfinnee…
Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Xaaliyaanitti taasisan milkaa’aa ture…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Xaaliyaanitti taasisan milkaa'aa ture jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen.…
Godina Wallagga Bahaatti pirojektonni 369 baajeta birrii biliyoona 16 oliin hojjetamaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017(FMC) – Godina Wallagga Bahaatti bara kana pirojeektonni rakkoolee hawaasaa furuu irratti xiyyeeffatan 369 baajeta birrii biliyoona 16 oliin hojjetamaa jiraachuun…
Hariiroo seena qabeessa caalmaatti cimsuuf Dooktar Abiy Ahimadiif simannaa Roomitti taasifame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Xaaliyaanii Jiyoorjiyaa Meelooniin hariiroo seenaa qabeessa biyyi isaanii Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf Ministira…