Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ibidda Bosona Paarkii Gaarreen Arsiitti qabate too’achuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) - Ibidda Bosona Paarkii Gaarreen Arsiitti qabate too'achuuf hojjetamaa jiraachuu Dhaabbanni paarkii Gaarreen Arsii beeksise.
Bosona Paarkii Gaarreen…
Ministirri Muummee Itti Aantuun Yuunaayitiid Kiingi Dam Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Itti Aantuun Yuunaayitiid Kiingi Dam Anjeelaa Reeynar Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Yuunversiitii Aviiyeeshinii…
Ispuutiniik Biiroo isaa Afrikaa Finfinneetti bane
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) - Tajaajilli Oduu fi Broodkaastii Raadiyoo Raashiyaa Idil Addunyaa Ispuutiniik Afrikaan Biiroo isaa Afrikaa magaalaa Finfinneetti baneera.
Af Yaa'iin…
Manni marichaa ajandaalee adda addaarratti murtoo dabarsuun yaa’ii isaa xumure
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Mana Maree Magaalaa Finfinnee Yaa’ii Idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa taa’aa ture ajandaalee adda addaarratti murtoo dabarsuun xumureera.
Yaa'ichi…
Godaantoonni Itiyoophiyaa 96 Jibuutii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Godaantoonni Itiyoophiyaa karaa seeraan alaan godaansarra turan 96 Jibuutii gara biyyaa deebi’uu Jibuutiitti Imbaasiin Itiyoophiyaa beeksise.…
Dooktar Maqdas Dhaabaan Baankii Addunyaatti daayrektera naannawichaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Baankii Addunyaatti Daayrektera Naannawichaa Daani’eel Daluutiizkii waliin mari’ataniiru.…
Miidiyaaleen amantii barsiisa amantiin cinaatti nageenya waaressuuf ga’ee olaanaa qabu jedhame
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen amantii barsiisa amantiin cinaatti nageenya waaressuuf, Waldanda’uu fi walooma cimsuuf ga’ee olaanaa qabaachuun Abbaan Taayitaa…
Itiyoophiyaan michummaa Raashiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti – Obbo Taaggasee Caafoo
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan michummaa dameewwan garaagaraan Raashiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsitee kan itti fuftu ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Dooktar Geediyoon gita isaanii Noorweey waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos gita isaanii Noorweey Eespiin Baarti Ayid waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.…
Itiyoophiyaan Konfiraansii Raayyaa Ittisaa Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Jilli Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu Konfiraansii Raayyaa Ittisaa Idil Addunyaa Faransaayitti…