Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimmoota tarsiima’aa irratti xiyyeeffachuun diinagdee naannichaa…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimmoota tarsiima’aa irratti xiyyeeffachuun diinagdee naannichaa bayyanachiise jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Aanaa Adaabbaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017(FMC)- Balaa tiraafikaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa bakka Gaara Washaa jedhamutti mudateen lubbuun namoota 10 darbe.
Konkolaataan Doolfiinii Godina…
Bara baajataa xumurame oomishaaleen oomisha alaa galan bakka bu’an Birrii biiliyoona 16 olitti…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Bara baajataa xumurame Zooniiwwan Diingadee Addaa fi Paarkiiwwan Indaastirii oomishaaleen oomisha alaa galan bakka bu’an Birrii biiliyoona 16 olitti…
Kabaja Ayyaana Waggaa Qullubbii Gabre’eliif qophiin gahaan taasifame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017(FMC)- Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabre'elii milkaa’inaan akka kabajamuuf qophiin gahaan taasifameera jedhe Koomaandi Poostiin Nageenyaa Ayyaanichaa.
Ayyaanni…
Viiktar Giyookereesh jijjiirraa gara Arsenaal xumuruuf gara Landan imaluuf
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Arsenaal Viiktar Giyookereesh Ispoortiingirraa jijjiirraan fudhachuuf waliigalamuu hordofee taphatichi adeemsa jijjiirrichaa xumuruuf gara Landan…
Inistitiyuutichi Biiroo Barnootaa Oromiyaaf Kitaabilee gumaache
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC)- Inistitiyuutiin Qorannoo fi Qo'annoo Oromoo Kitaabilee kuma 60 Biiroo Barnootaa Oromiyaaf gumaacheera.
Inistitiyuutichi aadaafi seenaa Oromoo irratti…
Manni Maree naannichaa baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 43 ta’uun dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 43 fi miiliyoona 500 ol ta’uun dhiyaate raggaasise.
Hoggantuun…
Labsichi alseerummaa bobbii alaarratti mul’atu hambisa
Finfinnee, Adoolessa 17,2017(FMC)- Ministeerri Hojiifi Ogummaa labsiin bobbii hojii alaa haaraan gochaa alseerummaa faddaaltonni adeemsa bobbii alaarratti raawwatan hambisa jedhe.
Labsiin…
Godina Wallagga Bahaatti lafa heektaara kuma 700 fi kuma 32 ol irratti midhaan faca’e
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017(FMC)- Godina Wallagga Bahaatti qonna gannaan hanga ammaatti lafa heektaara kuma 700 fi kuma 32 ol irratti sanyiin faca’eera jedhe Waajjirri Qonnaa Godiinichaa.…
Yaa’iin Idilee Naannoo Hararii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Yaa’iin Biyyaalessaa 2ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaan naannoo Hararii gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi hojiilee dameewwan aadaa, seenaa, eegumsa…