Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanga ammaatti Xaa’oo kuntaalli miliyoona 5.5 naannoleetti geejjibsiifameera-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Hanga ammaatti Xaa’oon kuntaalli miliyoona 5.5 naannoleetti geejjibsiifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Dooktar…
Misoomni kooridarii sochiin tiraafikaa nagaanyi isaa mirkanaa’e akka uumamu taasiseera-Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaan hojiileen misooma kooriidarii hojjechaa jirtuun sochiin tiraafikaa nageenyi isaa mirkanaa’e akka uumamu taasiseera jedhan Ministirri…
Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Afyaa'iin Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa Vaalaantiinaa Maayiviyeenkoon Finfinnee galaniiru.
Jilli Vaalaantiinaa Maayiviyeenkoon durfamu wayita…
Dhaabbileen Veetinaam Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka hirmaatan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Dhaabbileen Veetinaam Itiyoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka hirmaatan Ministeerri Dhimma Alaa waamicha dhiyeesse.
Mariin siyaasaa waloo…
Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaromfamaa deeggaruuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Piroojektoota Maddoota Anniisaa Haaroomfamaa deeggaruuf Ejensii Inshuraansii Daldalaa Afrikaa waliin waliigaltee mallatteessite.…
Manneen jireenyaa 192 jiraattotaaf dabarfaman
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Qe’ee jireenyaa gaarummaan manneen 192 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ijaarsise harka qalleeyyii fi kaafamtota misoomaaf dabarfamaniiru.
Kantiibaan…
Amb. Misgaanuu Argaan Hooggantuu Giddugala Misooma Imaammataa Godaantota Idil Addunyaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- MInistiri Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Hooggantuu Giddugala Misooma Imaammataa Godaantota Idil Addunyaa Moniikaa…
Yaa’iin gamtichaa milkaa’aa ture-MDhA
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaan keessummoonni hedduun milkaa’inaan kan itti keessummaa’aan ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministir Deetaan…
Imalli guddinaa Itiyoophiyaa kan milkaa’u cimina dhaabbileeni-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Imalli guddinaa Itiyoophiyaa kan milkaa’u cimina dhaabbilee biyyattiitiin ta’uu Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan.
Raawwii…
Gareen jila Hariiroo Idil Addunyaa Paartii Komunistii Chaayinaa FMC daawwate
Finfinnee, Guraandhala 11, 2017 (FMC)- Gareen jila Hariiroo Idil Addunyaa Paartii Komunistii Chaayinaa Waajjira Olaanaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii daawwateera.
Jilichi…