Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Baankii Addunyaatti Itti Aantuu pireezidaantii Damee Bahaa fi Kibba Afrikaa Dooktar…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Baankii Addunyaatti Itti Aantuu pireezidaantii Damee Bahaa fi Kibba Afrikaa Dooktar Viktooriyaa…
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumurame – TKM
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Yaa’ii Idileen Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumuramuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Tajaajilichi Yaa’ii Gamtaa…
Guddinni Itiyoophiyaan galmeessisaa jirtu miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa akka taatuuf karra…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)- Guddinni Diinagdee Itiyoophiyaan galmeessisaa jirtu miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa akka taatuuf karra kan banuudha jedhan Ministirri Ministeeraa…
Oromiyaatti Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa sababeeffachuun Sosochiin baatii tokkoof turu eegale
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa sababeeffachuun Sosochiin baatii tokkoof turu eegaleera.
Biiroon Dhimma Dubartootaa fi…
Hojiirra oolmaa murtoowwanii fi kallattiiwwan Yaa’ii idilee 2ffaa paartii Badhaadhinaan darbe…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Hojiirra oolmaa murtoowwanii fi kallattiiwwan Yaa’ii idilee 2ffaa paartii Badhaadhinaan darbe hojiitti hiikuuf xiyeeffannaa olaanaan kan hojjetamu…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Ittaantuu Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Ittaantuu Ingiliz Anjeelaa Reeynar waliin mari’atan.
Marii isaaniin dhimmoota ijoo…
Ministirri Muummee Itti Aantuun Yuunaayit Kiingi Dam Inistiityuutii Hubannoo namtolchee Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Itti Aantuun Yuunaayit Kiingi Dam Anjeelaa Reeyinar Inistiityuutii Hubannoo namtolchee Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Ministirri…
Jimmatti Riqichi rarra’aan Meetira 109 dheeratu xumuramuun Tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) -Magaalaa Jimmaatti riqichi rarra'aan meetira 109 dheeratu Birrii miiliyoona 10 oliin ijaarame tajaajila kennuu eegaleera.
Riqichi kun komii rakkoo…
Dhangaggaa’ummaa biyyee hir’isuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC)-Dhangaggaa'ummaa biyyee hir'isuun oomishtummaa qonnaa guddisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayyeetti Warshaan…
Pirojektoonni lammiilee kuma 5 ol fayyadamoo humna Elektirikaa taasisuu danda’an eebbifaman
Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Pirojektoonni Anniisaa Aduu Karaa Duus fi Karaa Qorcoo lammiilee kuma 5 fi 828’f Tajaajila Elektirikaa dhiyeessuuf dandeessisan eebbifamuun tajaajila…